Dhaabbileen Qalmaa Finfinnee fi Shaggar foon nageenyi isaa eegame dhiyeesssuuf waliigalan
AMN PLUS-Mudde 23/2018 Dhaabbanni Qalmaa Magaalaa Finfinnee qalma horii karaa ammayyaa fi nageenyi isaa eegameen raawwachuun foon nageenyi isaa eegame dhiyeessuun, fayyummaa lammiilee fi qulqullina naannoo eeguuf murteessaa ta'uu beeksise.…