Soorata summaa’e nyaachuun miseensota maatii tokkoo namoota 8 keessaa lubbuun namoota 7 darbe
AMN PLUS- Sadaasa 12/2018 Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa Godina Guraagee Aanaa Masqaan keessatti soorata summaa'e nyaachuun miseeensota maatii tokkoo namoota 8 keessaa 7 lubbuun darbuu Poolisiin Naannichaa beeksise. Aanaa Masqaan…