Guyyaa tokkoon lammiileen kuma tokko ol carraa hojii argatan
AMN Plus- Onkoloolessa 29/2018 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti sosochii guyyaa tokkotti Dargaggoota 1000f carraa hojii uumuu jedhuun dargaggoota hojii dhabeeyyii 1,098'f carraan hojii dameelee garagaraa uumame. Dargaggoonni carraa…