Giddugalli Leenjii Humna Duula Addaa, guyyaa Raayyaa kabaje
AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018 Giddugalli Leenjii Humna Duula Addaa, guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa leenjifamtootaa fi hawaasa naannoo waliin mooraa leenjichaa keessatti kabajeera. Ajajaan Olaanaan Humna Duula Addaa B/Jeneraal Bojaa Aagaa,…