“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Dirreen taphaa Istaadiyemii Adeey Ababaa 'FIFA'dhaan gamaaggamamee beekamtii argachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Dirreen taphaa istaadiyeemichaa qorannoowwan garaagaraa bu'aa olaanaan dabruudhaani beekamtiin kan…

Continue Reading“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalamuu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Daayirektarri Komunikeeshinii Abbaa Taayitichaa…

Continue ReadingFinfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

Finfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinnee keessatti agarsiifni fincaa'aa bishaanii nam-tolchee (faawunteenii) akka Afrikaatti guddichi hojjetamuu isaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Sadarkaa Misooma Qarqara Laggeen Finfinnee ilaalchisuun AMN waliin turtii…

Continue ReadingFinfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Magaalaa Finfinneetti ijaarsa kana dura waggaa 8tti hin dhumne Ji’a 6tti xumuruun danda’ameera- Injinar Mokonnin Miijanaa

AMN PLUS-Mudde 22/2018 Magaalaa Finfinneetti hanqina mana jireenyaa furuuf, saayitoota 18’tti hojiin ijaarsaa jalqabamuu isaa Hogganaa Itti Aanaan Waajjira Misoomaafi Bulchiinsa Manneen Jireenyaa Magaalaa Finfinnee Injinar Makonnin Miijeenaa ibsan. Hojii…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti ijaarsa kana dura waggaa 8tti hin dhumne Ji’a 6tti xumuruun danda’ameera- Injinar Mokonnin Miijanaa

Pirojektii ijaarsa daandii Inxooxxoo-Sulultaa saffisiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 21/ 2018 ‎Bulchiinsi Daandiiwwan Itoophiyaa pirojektii ijaarsa daandii konkiriitii asfaaltii Inxooxxoo-Sulultaa kiiloo meetira 20.3 dheeratu saffisiisuuf hojjachaa jiraachuu beeksise. ‎Daandichi kanaan dura kutaa magaalotaa osoo hin dabalatin…

Continue ReadingPirojektii ijaarsa daandii Inxooxxoo-Sulultaa saffisiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame

Finfinneetti manneen Kuma 300 ol ta’an fayyadamtootaaf dabarsamanii kennamanii jiru- Waajjira Kantiibaa

AMN PLUS-Sadaasa 16/2018 Bulchiinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii manaa furuuf qindoomina mootummaa, innisheetivii tola ooltototaafi namoota dhuunfaan ijaaran (misoomsitoota) waliin ta'uun manneen hedduu ijaaruun lammiileen akka fayyadaman taasisaa jiraachuu Waajjirri Kantiibaa…

Continue ReadingFinfinneetti manneen Kuma 300 ol ta’an fayyadamtootaaf dabarsamanii kennamanii jiru- Waajjira Kantiibaa

Mootummaan rakkoo dhiyeessi mana jireenyaa furuuf hojjechaa jira.

‎AMN PLUS- Sadaasa 10/ 2018 ‎Mootummaan rakkoo dhiyeessi manaa jireenyaa lammiilee  furuuf karaa innisheetivii mootummaafi abbootii qabeenyaatiin fayyadamaa taasisaa akka jiru ibsame. ‎Baadiyyaa fi magaalaa keessatti manneen jireenyaa heddumminaan ijaaruun…

Continue ReadingMootummaan rakkoo dhiyeessi mana jireenyaa furuuf hojjechaa jira.

Koyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee eegalchiise raawwii gaariirratti akka argaman himame

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii tumsa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneen ijaaramaa jiran raawwii gaariirra jiraachuu Waajjirri Daandiiwwaanii fi Loojistiksii Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee hime.…

Continue ReadingKoyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee eegalchiise raawwii gaariirratti akka argaman himame

Hojiileen misoomaa uummata hirmaachisuun hojjataman bu’a qabeessa ta’aniiru- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 Hojiileen misoomaa magaalaa Finfinnee uummata hirmaachisuun hojjataman bu’a qabeessa akka ta’an Kantiibaa Adaanach Abeebee ibsaniiru. Milkaa’inootni argaman Finfinneen Afrikaa irratti akka eeramtu kan ishee taasise ta’uu…

Continue ReadingHojiileen misoomaa uummata hirmaachisuun hojjataman bu’a qabeessa ta’aniiru- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Godambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina irra ga’uu qabdu mul’isa- Hoggantota Mootummaa

AMN Plus- Onkoloolessa 29/2018 Godambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina teekinooloojii irra ga’uu qabdu kan mul’isu ta’uu Anga’ootni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Finfinnee daawwatan ibsan. Hoogganaan Biiroo Barnootaa Naannoo Hararii Obbo Geetuu Nagawoo,…

Continue ReadingGodambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina irra ga’uu qabdu mul’isa- Hoggantota Mootummaa