Misoomni Kooriidarii Finfinnee Tajaajila Geejjibaa Ammayeessuun dhamaatii daandiirraa hambiseera- Jiraattota

AMN PLUS- Guraandhala 13/2018 Misoomni Kooriidarii Magaalaa Finfinnee miidhagina magaalattii dabaluu irra darbee tajaajila geejjibaa ammayyeessuun rakkoo sochii tiraafikaa irratti mudachaa ture kan fure ta'uu jiraattotni AMN'f yaada isaanii kennan…

Continue ReadingMisoomni Kooriidarii Finfinnee Tajaajila Geejjibaa Ammayeessuun dhamaatii daandiirraa hambiseera- Jiraattota

Bu’uuraaleen misoomaa Finfinnee aadaa fi duudhaa Itoophiyaa

beeksisuuf haala mijeessu - Biiricha AMN PLUS- Amajjii 21/2018 Finfinneetti bu’uuraaleen misoomaa kooriidariin wal qabatanii hojjataman aadaa fi duudhaa Itoophiyaan qabdu beeksisuuf haala mijataa uumuu Biiroon Aadaafi Artii beeksise. Feestivaalli…

Continue ReadingBu’uuraaleen misoomaa Finfinnee aadaa fi duudhaa Itoophiyaa

“Hojiin Misooma Kooriidarii hirmaachisaa, itti fufiinsa kan qabuufi nama irratti kan xiyyeeffatedha” – MM Abiyyi Ahmad (PhD)

AMN PLUS-Amajjii 19/2018 Hojiin Misooma Kooriidarii hirmaachisaa, itti fufiinsa kan qabuufi nama irratti kan xiyyeeffate misooma magaalaa cimina kutannoo keenyaa kan calaqqisiisudha jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD). Dr. Abiyyi…

Continue Reading“Hojiin Misooma Kooriidarii hirmaachisaa, itti fufiinsa kan qabuufi nama irratti kan xiyyeeffatedha” – MM Abiyyi Ahmad (PhD)

Milkaa’inaawwan Gurguddoo Magaalaa Finfinnee Baatiiwwan Jahan Darbanitti:

Misooma Daandii: Daandiin haaraan kilomeetira 134 kan ijaarame yoo ta’u, daandiin kilomeetira 573 ol ta’u ammoo suphameera. Bishaanii fi dhangala’aa: Dhiyeessii bishaanii meetira kuubii kumni 60 ol guddisuuf hojiin bu’a-qabeessi…

Continue ReadingMilkaa’inaawwan Gurguddoo Magaalaa Finfinnee Baatiiwwan Jahan Darbanitti:

“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Dirreen taphaa Istaadiyemii Adeey Ababaa 'FIFA'dhaan gamaaggamamee beekamtii argachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Dirreen taphaa istaadiyeemichaa qorannoowwan garaagaraa bu'aa olaanaan dabruudhaani beekamtiin kan…

Continue Reading“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalamuu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Daayirektarri Komunikeeshinii Abbaa Taayitichaa…

Continue ReadingFinfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

Finfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinnee keessatti agarsiifni fincaa'aa bishaanii nam-tolchee (faawunteenii) akka Afrikaatti guddichi hojjetamuu isaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Sadarkaa Misooma Qarqara Laggeen Finfinnee ilaalchisuun AMN waliin turtii…

Continue ReadingFinfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Magaalaa Finfinneetti ijaarsa kana dura waggaa 8tti hin dhumne Ji’a 6tti xumuruun danda’ameera- Injinar Mokonnin Miijanaa

AMN PLUS-Mudde 22/2018 Magaalaa Finfinneetti hanqina mana jireenyaa furuuf, saayitoota 18’tti hojiin ijaarsaa jalqabamuu isaa Hogganaa Itti Aanaan Waajjira Misoomaafi Bulchiinsa Manneen Jireenyaa Magaalaa Finfinnee Injinar Makonnin Miijeenaa ibsan. Hojii…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti ijaarsa kana dura waggaa 8tti hin dhumne Ji’a 6tti xumuruun danda’ameera- Injinar Mokonnin Miijanaa

Pirojektii ijaarsa daandii Inxooxxoo-Sulultaa saffisiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 21/ 2018 ‎Bulchiinsi Daandiiwwan Itoophiyaa pirojektii ijaarsa daandii konkiriitii asfaaltii Inxooxxoo-Sulultaa kiiloo meetira 20.3 dheeratu saffisiisuuf hojjachaa jiraachuu beeksise. ‎Daandichi kanaan dura kutaa magaalotaa osoo hin dabalatin…

Continue ReadingPirojektii ijaarsa daandii Inxooxxoo-Sulultaa saffisiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame

Finfinneetti manneen Kuma 300 ol ta’an fayyadamtootaaf dabarsamanii kennamanii jiru- Waajjira Kantiibaa

AMN PLUS-Sadaasa 16/2018 Bulchiinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii manaa furuuf qindoomina mootummaa, innisheetivii tola ooltototaafi namoota dhuunfaan ijaaran (misoomsitoota) waliin ta'uun manneen hedduu ijaaruun lammiileen akka fayyadaman taasisaa jiraachuu Waajjirri Kantiibaa…

Continue ReadingFinfinneetti manneen Kuma 300 ol ta’an fayyadamtootaaf dabarsamanii kennamanii jiru- Waajjira Kantiibaa