Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

AMN PLUS- Guraandhala 03/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.  Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti…

Continue ReadingBiyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

Itoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Amajjii 26/2018 ‎Itoophiyaan waggaa tokko yeroo hin caalle keessatti, Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii (AI)addunyaa irraa 2ffaa ta’e akka eebbissiistu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beeksisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar…

Continue ReadingItoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Waraqaan Eenyummaa Dijitaalaa, Furmaata Tajaajila Saffisaa fi Jireenya ammayyaati- Jiraattota Finfinnee‎‎

AMN PLUS- Amajji 22/2018 “Faayidaan jiruu isaanii idilee akkasumas tajaajiloota garaa garaa argachuuf bu’aa olaanaa akka qabu eeruun galmaa'aa jiraachuu jiraattota aanolee kanneenii keessaa hagi tokko AMN PLUS’f ibsaniiru.‎‎Jiraataa Aanaa…

Continue ReadingWaraqaan Eenyummaa Dijitaalaa, Furmaata Tajaajila Saffisaa fi Jireenya ammayyaati- Jiraattota Finfinnee‎‎

‎Itiyoo-Telekoom ji’oottan jahan darbanitti galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise

‎AMN PLUS ‎Itiyoo-Telekoom gabaasa raawwii hojii ji'oottan jahan darbanii dhiyeesseen galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise. ‎Gabaasicha kan dhiyeessan Hojii Raawwachiistuun Dhaabbatichaa Firehiwot Taammiruu raawwii kurmaana jalqabaa bara kanaatiin…

Continue Reading‎Itiyoo-Telekoom ji’oottan jahan darbanitti galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise

‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee hundeessuufi- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 26/2018 ‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee (AI) ji'oota 6'n dhufu keessatti ijaaruuf qophaa'aa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Yunivarsiitichi waggaatti eebbifamtoota 1000 baasuuf kan karoorfate…

Continue Reading‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee hundeessuufi- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

AMN PLUS- Mudde 21/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si’atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti…

Continue ReadingDhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

Appilikeeshiniin bilbilaa Kitaabota Ida’amuu maal of keessaa qaba?

AMN PLUS- Mudde 15/2018 Sirna jalqabsiisa Appilikeeshinii Bilbilaa Kitaabota Ida’amuu kaleessa bakka Itti gaafatamtuun Seekireetariyaatii Billanee Siyyum fi gabaastotni Waajjira Ministira Muummee argamanitti adeemsifameera. Billanee Siyyum sagantaa kana irratti Kitaabotni…

Continue ReadingAppilikeeshiniin bilbilaa Kitaabota Ida’amuu maal of keessaa qaba?

Dijitaalaayizeeshiniin furtuu Badhaadhinaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Mudde 13/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa, dijitaalaayizeeshiniin galma badhaadhinaa Itoophiyaa milkeessuuf furtuu murteessaa ta’uu dubbataniiru. ‎Xumura sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2025 fi jalqabbii Dijitaal Itoophiyaa…

Continue ReadingDijitaalaayizeeshiniin furtuu Badhaadhinaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎Guyyaan Itoophiyaa Gara Dijitaal 2030tti ceete Guyyaa Seena qabeessa- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS – Mudde 13/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa Itoophiyaa Obbo Tamasgeen Xurunaa, sirna jalqabsiisa tarsiimoo Dijitaal Itoophiyaa 2030 irratti argamuun, Itoophiyaan gara boqonnaa dijitaal haaratti ce’uuf qophii guutuu qabaachuu…

Continue Reading‎Guyyaan Itoophiyaa Gara Dijitaal 2030tti ceete Guyyaa Seena qabeessa- Obbo Tamasgeen Xurunaa