MM Abiyyi Ahimad qondaaltota olaanoo Amerikaa simachuun waliin mari’atan

‎AMN PLUS - Amajjii 20/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Kristoofar Laandaawifi Humna Waraanaa Amerikaatti Ajajaa Afriikaa Daagviin Andarsan waliin mari'achuu himan. "Tumsa waaraafi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad qondaaltota olaanoo Amerikaa simachuun waliin mari’atan

Obbo Ahimad Shidee Itti Aantuu Daayirektara Olaanaa Tumsa Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Maayiriyaam Feraan waliin mari’atan

AMN PLUS - Amajjii 20/2018 Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, walgahii ministirootaa Innisheetiivii Gaanfa Afrikaa 27ffaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Moqaadiishoo jiru. Obbo Ahimad Shideen Itti Aantuu Daayireektara olaanaa Tumsa Addunyaa…

Continue ReadingObbo Ahimad Shidee Itti Aantuu Daayirektara Olaanaa Tumsa Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Maayiriyaam Feraan waliin mari’atan

Qondaaltonni Amerikaa olaanoon, Ekispoo Aviyeeshinii 2026 Bishooftuutti daawwatan

AMN PLUS- Amajjii 19/2018 Ministirri I/A Dhimma Alaa Ameerikaa Kiristoofor Laandaaw fi Hoogganaan Humna Waraana Amerikaa Ajaja Afrikaa Jeneraal Daagvin Andarsan Ekispoo Aviyeeshinii 2026 bishooftuutti daawwatan. Eksipoo Humna Qilleensaa Itoophiyaa…

Continue ReadingQondaaltonni Amerikaa olaanoon, Ekispoo Aviyeeshinii 2026 Bishooftuutti daawwatan

Itoophiyaafi Amerikaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon hojjechuuf waliigalan

AMN PLUS- Amajjii 19, 2018 Ministirri Raayyaa Ittisaa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammad Afrikaatti Ajajaa Izzii Ameerikaa Jeneraal Daagiviin Ar'eem Andarsan waliin mari'ataniiru. Dhimmoota hariiroo waraanaa biyyoota lamaanii caalmaatti cimsanirratti mari'ataniiru.…

Continue ReadingItoophiyaafi Amerikaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon hojjechuuf waliigalan

Pirojektiin misooma qarqara laggeen Finfinnee Afriikaaf fakkeenya gaarii ta’aa jira- Itti Aanaa Bulchaa Naayiroobii

AMN PLUS-Amajjii 18/2018 Pirojektii misooma qarqara laggeen Magaalaa Finfinnee fakkeenya gaarii fi muuxannoo barnoota qabu akka ta’e Hogganaa Itti Aanaa Bulchiinsa Magaalaa Naayiroobii Jooroogee Muuchiiriin ibsan. Jijjiiramni magaalatti keessatti adeemsifamaa…

Continue ReadingPirojektiin misooma qarqara laggeen Finfinnee Afriikaaf fakkeenya gaarii ta’aa jira- Itti Aanaa Bulchaa Naayiroobii

Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Baankii Addunyaa Weenkaay Zhaang waliin mari’ataniiru. Ministeerichi guddina diinagdee Ityoophiyaa babal’isuufi diinagdee diijitaalaa fi naannawaa dadala bilisaa Afrikaa…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan

Itoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan

AMN PLUS - Amajjii 14/2018 Itoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan sanada waliigaltee waloon hojjechuuf isaan dandeesisu mallatteessan. Waliigalticha Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mohaammad fi Ministirri Ittisaa Beelaarus Diimitirii Paantas mallatteessaniiru.…

Continue ReadingItoophiyaa fi Beelaaruus damee loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan

Pirezidaantiin Mana Maree Ispoortii Loltummaa Addunyaa fi Pirezidaantiin Ispoortii Loltummaa Afrikaa Istaadiyeemii Adey Ababaa daawwatan

AMN PLUS-Amajjii 14/2018 Pirezidaantiin Mana Maree Ispoortii Lultummaa Addunyaa (CISM) Koloneel Niltoon Gomeez Roliim Filhoo, Pirezidaantiin Ispoortii Loltummaa Afrikaa Mejer Jeneraal Makiyaanoo Abdullaahii, akkasumas Barreessaa Olaanaan Mana Maree Ispoortii Waraanaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Mana Maree Ispoortii Loltummaa Addunyaa fi Pirezidaantiin Ispoortii Loltummaa Afrikaa Istaadiyeemii Adey Ababaa daawwatan

Itoophiyaan biyyoota BRICS sadii waliin yakkamtoota dabarstee walii kennuuf waliigalteen mallatteessite ragga’e

‎AMN PLUS – Amajjii 14 / 2018 ‎Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa, Itoophiyaan Chaayinaa, Biraazil fi Afrikaa Kibbaa waliin namoota yakkaan barbaadaman dabarsanii kennuu fi murtoo hidhaa dabarsuuf waliigaltee taasifte…

Continue ReadingItoophiyaan biyyoota BRICS sadii waliin yakkamtoota dabarstee walii kennuuf waliigalteen mallatteessite ragga’e