‎AMN Istuudiyoo haaraa eebbisiisuun sagantaa haaraa AMN 24/7 eegalchiise

‎AMN PLUS- Qaammee 2/2017 AMN magaalaa Finfinnee ammayyaawaa deemtu faana of ammayyeessaa fooyya'insa qabiyyeefi bifiyyee taasisuun bara 2018'tti haala addaan dhufuu Hoji Raawwachiisaa Olaanaan AMN Obbo Kaasahun Gonfaa himan. ‎Addis…

Continue Reading‎AMN Istuudiyoo haaraa eebbisiisuun sagantaa haaraa AMN 24/7 eegalchiise

Wiliyaam Ruutoon eebba Hidha Haaromsaa irratti ni argamu

‎AMN PLUS-Qaammee 2/2017 ‎Ibsa gaazexeessummaa Waajjirri Pireezidaantii Keeniyaa miidiyaaleef ergeen ‎Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoo injifannoo lammiilee Itoophiyaa kan ta'e eebba Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irratti keessummaa ta'uun akka hirmaatan beeksiseera. ‎Ibsi…

Continue ReadingWiliyaam Ruutoon eebba Hidha Haaromsaa irratti ni argamu

Waloomni jabina keenya- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ayyaana bara haaraa sababeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru. ‎Kantiibaa Adaanach,tibba ayyaanaa qofaa osoo hin taane yeroo mara deeggarsi harka qalleeyyiif…

Continue ReadingWaloomni jabina keenya- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Heddumminni Itoophiyaaf seenaa fi bifa isheeti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Qaammee 2, Guyyaa Waloomaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiyyi gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Itoophiyaan biyya kennaawwan hedduun guutamtedha jedhan. Kennaawwan…

Continue ReadingHeddumminni Itoophiyaaf seenaa fi bifa isheeti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Humni Qilleensaa gahumsi teekinooloojii guddisaa jiru hojii boonsaadha- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Qaammee 1/2017 Humni Qilleensaa Itoophiyaa gahumsa teekinooloojiisaa osoo walirraa hin kutin guddisuun isaa nama boonsa jedhan Ajajaan Waliigalaa Humnoota Waraanaafi Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr). Dr. Abiyyi…

Continue ReadingHumni Qilleensaa gahumsi teekinooloojii guddisaa jiru hojii boonsaadha- MM Abiyyi Ahimad

Dhukkubbii, Kufaatii, Cichoomina, Injifannoo

‎AMN PLUS-Qaammee 1/2017 Injiffannoon Atileetota Itoophiyaa Guyyaa Cichoominaan yoo ibsamanu ‎Biyya isaanii bakka bu’uun waltajjii idil-addunyaa irratti alaabaa biyyaa isaaniiti jedhanii gatii guddaa kaffalaniiru. Kufanii ka'aniiru. Maraatoonii dadhabsiisaa irraa kaasee…

Continue ReadingDhukkubbii, Kufaatii, Cichoomina, Injifannoo

AMN yeroo gabaabaa keessatti dhaabbata amanamaa ta’eera – Injinar Wandimmuu Seettaa

‎AMN PLUS- Hagayya 30/2017 ‎Addis Miidiyaa Neetwork yeroo gabaabaa keessatti dhaabbata itti amanamummaa gonfate akka tahe Sadarkaa Itti Aanaa Kantiibaatti Itti Gaafatamaan Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injinar Wandimmuu Seettaa ibsan.…

Continue ReadingAMN yeroo gabaabaa keessatti dhaabbata amanamaa ta’eera – Injinar Wandimmuu Seettaa

Fanjii KM 200 awwaalame miilaan baasaa pirojektii kana xumurre- Injinar Kiflee Horroo

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Pirojektiin Hidhaa Haaromsa Guddicha Itoophiyaa kan xumurame fanjii KM 200 awwaalame imala miilaan fashaleessaa ta'uu Hogganaan Pirojektichaa Injinar Kiflee Horroo himan. Injinar Kifleen turtii AMN PLUS…

Continue ReadingFanjii KM 200 awwaalame miilaan baasaa pirojektii kana xumurre- Injinar Kiflee Horroo

Nageenya waaressuun ergama hangafaa dhaabbilee nageenyaati- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS Hagayya 30/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) nageenya Biyyaalessaa waaressuu ilaalchisee dhaabbilee nageenyaa waliin mariin taasifamaa ture goolabamuu himan. Badhaadhinni Itoophiyaa akka milkaa’uuf nageenyii fi tasgabbiin dhimma…

Continue ReadingNageenya waaressuun ergama hangafaa dhaabbilee nageenyaati- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Naannawaa baandaafi alagaan heddummatetti gahumsi waraanaa dirqama- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Hagayya 29/2017 Itoophiyaan naannawaa baandaafi alagaan heddummate kanatti gahumsa waraanaa ishee guddisuun dirqama ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) himan. Dooktar Abiyyi Warshaa oomisha dirooniiwwan waraanaa AEROABAY…

Continue ReadingNaannawaa baandaafi alagaan heddummatetti gahumsi waraanaa dirqama- MM Abiyyi Ahimad (Dr)