Koreen Hoji Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walgahiisaa Eebla 17-18 bara 2017 taa’aa ture kallattii hojii fuula duraa irratti ibsa kennuun waltajjiisaa xummureera.
AMN PLUS- Eebla 18/2017 Koreen Hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Ebla 17 bara 2017 hanga Ebla 18 bara 2017tti walga'iisaa idilee taa'eera. Walga'ii kanaanis dhimmoota siyaasaa, diinagdee, hawaasummaafi dippilomaasii irratti bal'inaan…