Itoophiyaan misooma ogummaa boqonnaa gootummaa 2ffaa eegalteetti -Aadde Mufariyaat Kamil
AMN PLUS-Ebla 24/2017 Itoophiyaan misooma ogummaan boqonnaa gootummaa 2ffaa eegaluu Ministirri hojii fi ogummaa Aadde Mufariyaat kamil ibsan. Dorgommiin biyyoolessa 4ffaan Itiyo Kilot mata duree "Sammuu cimaan lammiilee Kalaqaan gahooman"…