“Itoophiyaan akka bittinnooftu humnoota barbaadan waliin hojjechuun diigumsa malee dhimma uummataa miti” Kaappiteen Maasrashaa Saxxee

AMN PLUS – Sadaasa 25/2018 Bakka bu'aan Faannoo Kaapteen Maasrashaa Saxxee humnoota Itoophiyaa bittinneessuu barbaadan waliin hojjechuun diigumsa akka ta'e dubbate. Mootummaan naannoo Amaaraafi Gareen Faannoo Waliigaltee nagaa mallatteessaniru. Waliigalticha…

Continue Reading“Itoophiyaan akka bittinnooftu humnoota barbaadan waliin hojjechuun diigumsa malee dhimma uummataa miti” Kaappiteen Maasrashaa Saxxee

Gaazexeessaan AMN Afwarq Wubatuu Badhaasa Miidiyaa Afriikaatiin kaadhimamtoota 3 keessa seene

AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 Badhaasni Miidiyaa Afriikaa gaazexeessitoota dameelee garagaraan badhaasu Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Badhaasichaan Gaazexeessaan AMN Kutaa Afaan Ingilizii Afwarq Wubatuu Badhaasa damee "African Life Style" jedhuun kaadhimamtoota 3…

Continue ReadingGaazexeessaan AMN Afwarq Wubatuu Badhaasa Miidiyaa Afriikaatiin kaadhimamtoota 3 keessa seene

Egereen keenya harka keenyarra jira, dargaggoon carraa qabu hundatti fayyadamuu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Sadaasa 24/2018 Aadaa hojii dadhabaa barootaaf ture jijjiiruun sa'atii 24, guyyaa 7 hojjennee Finfinneefi Itoophiyaa jijjiiraa jirra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebe. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingEgereen keenya harka keenyarra jira, dargaggoon carraa qabu hundatti fayyadamuu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎Afaan keenyaan hojjennee addunyaarratti injifachuu ni dandeenya- Haftee Baqqalaa

‎AMN PLUS - Sadaasa 23/2018 Badhaasa kalaqxoota Tiiktookii baranaa damee 'Best Artist/ Painter/Poet' irratti kan injifate Ogeessi Fiilmiifi Tiyaatiraa Haftee Baqqalaa waltajjii irra ba'ee ''Afaan Oromootiin hojjetanii akka biyyaatti injifachuun…

Continue Reading‎Afaan keenyaan hojjennee addunyaarratti injifachuu ni dandeenya- Haftee Baqqalaa

Paarkonni 24 fi iddoowwan ikoo-turizimii haaraan 18 Waggoota sadan darbanitti hundaa’aniiru- Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waggoottan sadan darbanitti paarkonni 24 fi iddoowwan ikoo-turizimii haaraan 18 hundaa’aniiru jedhan. Obbo Shimallis Abdiisaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingPaarkonni 24 fi iddoowwan ikoo-turizimii haaraan 18 Waggoota sadan darbanitti hundaa’aniiru- Obbo Shimallis Abdiisaa

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatii Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi idil-addunyaa raawwataniiru

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera. Dooktar Abiyyi Ahimad yaa’ii biyyoota…

Continue ReadingMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Baatii Onkoloolessaafi Sadaasaa keessa hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi idil-addunyaa raawwataniiru

Kantiibaa Adaanech Abeebeen industiriiwwan oomishaa magaalaa Finfinnee daawwatan

‎AMN PLUS -Sadaasa 21/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti industiriiwwan oomisha sadarkaa adda addaa irratti argaman daawwachuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Baroota jijjiiramaatti dhaabbileen oomisha xixiqqaa fi giddu galeessaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen industiriiwwan oomishaa magaalaa Finfinnee daawwatan

Namoota yakka malaammaltummaa xaa’oon walqabatu birrii biliyoona 5.6 oliin shakkaman 11 irratti himannaan banamuu Poolisiin Federaalaa ibse

AMN PLUS- Sadaasa 18/ 2018 Shakkamtoota 11 qorannaan yakka malaamaltummaa cimaa irratti qulqullaa’erratti himannaan banamee, gara mana amala sirreessaatti ergamuusaanii Poolisiin Federaalaa ibse. Shakkamtoonni himataman kunneenis:- 1. Obbo Kiflee W/Maariyaam:…

Continue ReadingNamoota yakka malaammaltummaa xaa’oon walqabatu birrii biliyoona 5.6 oliin shakkaman 11 irratti himannaan banamuu Poolisiin Federaalaa ibse

Qaamoleen hojii “Betting” irratti bobba’an Birrii biiliyoona 100 mootummaaf galii ta’uu qabu dhoksuun shakkaman to’ataman

AMN PLUS- Sadaasa 18/2018 ‎Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee qumaara Ispoortii fi tumsisoota isaanii galii mootummaan argachuu qabu Birrii biiliyoona 100 waliindhahuun yakkaan shakkaman to'ataman jedhe Tajaajilli Nageenya odeeffannoo biyyaalessaa. Dhaabbilee tapha…

Continue ReadingQaamoleen hojii “Betting” irratti bobba’an Birrii biiliyoona 100 mootummaaf galii ta’uu qabu dhoksuun shakkaman to’ataman