Kantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa magaalaa Nifaas silki Laaftootti bakka jiraattoonni Piyaassaa duraanii jiraatan daawwataniiru. Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, "Har'a ganama Kutaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

Imaanaa Jeneraal Taaddasaa Birruu galmaan ga’uuf Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa ‎qooda fudhateera – Garramuu Hulluuqaa (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 26/2018 Yuunivarsitiin Naannoo Oromiyaa cabiinsa gama barnootaan ture furuun imaanaa Jeneraal Taaddasaa Birruu kennatan galmaan ga'uuf hojjechaa jiraachuu Pirezidaantiin Yunivarsitichaa Garramuu Hulluuqaa (PhD) himan. ‎Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa…

Continue ReadingImaanaa Jeneraal Taaddasaa Birruu galmaan ga’uuf Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa ‎qooda fudhateera – Garramuu Hulluuqaa (PhD)

Habaayi Xummin Watakoo – Baga nagaan dhuftan

AMN PLUS- Sadaasa 26/2018 ‎Guyyaan Ayyaana Saboota, sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa Magaalaa Hoosaanaatti Kabajama. ‎Magaalaan Hoosaanaas keessummoota Kabaja ayyaanichaaf gara isheetti dhufan "Habaayi Xummin Watakoo" jettee simachuuf…

Continue ReadingHabaayi Xummin Watakoo – Baga nagaan dhuftan

Hojiin tola ooltummaa Sammuu fayya qabeessaafi ilaalcha qajeelaa qabaachuu qofa nama gaafata-Komishinicha

‎AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 ‎Komishinarri Komishinii Qindeessa Tola Ooltummaafi Hirmaannaa Hawaasaa Magaalaa Finfinnee Yimar Kabbadaa,"hojiin tola ooltummaa Sammuu fayya qabeessaafi ilaalcha qajeelaa qabaachuu qofa nama gaafata" jedhaniiru.‎‎Guyyaa tola ooltotaa kana Kabajuun,…

Continue ReadingHojiin tola ooltummaa Sammuu fayya qabeessaafi ilaalcha qajeelaa qabaachuu qofa nama gaafata-Komishinicha

Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa kabajuun tokkummaa biyyaalessaa cimsuun ni danda’ama- Af-Yaa’ii Aganyaw Tashaagar

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 ‎Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa kabajuun tokkummaa biyyaalessaa cimsuun misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuun akka danda'amu Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Aganyaw Tashaagar ibsan. Kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaafi…

Continue ReadingGuyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa kabajuun tokkummaa biyyaalessaa cimsuun ni danda’ama- Af-Yaa’ii Aganyaw Tashaagar

Sagantaan cufiinsa kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Sadarkaa Naannoo Amaaraatti adeemsifamaa Jira

‎AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 ‎Sagantaan cufiinsa kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa Itoophiyaa 20ffaan Sadarkaa Naannoo Amaaraatti Magaalaa Dabra Birhaanitti adeemsifamaa Jira. ‎Sagantaan cufinsaa Kunis mata duree "Waliigaltee Diimookiraasii Tokkummaa Sab-daneessaaf" jedhuun…

Continue ReadingSagantaan cufiinsa kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Sadarkaa Naannoo Amaaraatti adeemsifamaa Jira

Finfinneetti sagantaan aduu tokkoon carraa hojii Kuma 30 uumuu adeemsifamaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Biiroon Carraa Hojii fi Ogummaa Finfinnee sosochii aduu tokkoon dargaggoota kuma 30f carraa hojii dhaabbiin uumuu adeemsisaa jira. Saganticha irratti Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee…

Continue ReadingFinfinneetti sagantaan aduu tokkoon carraa hojii Kuma 30 uumuu adeemsifamaa jira

Dhaabbileen amantaa qaamolee marii biyyaalessaa keessatti hin hirmaanne hirmaachisuuf gahee qabu- Komishinicha

AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhaabbileen amantaafi waldaaleen Siivilii ijaarsa biyyaafi nageenyaa amansiisaa mirkaneessuuf gahee isaanii akka bahatan waamicha dhiheesse. Komishinichi bakka buutota dhaabbilee amantaafi waldaalee Siivilii waliin mari'achaa…

Continue ReadingDhaabbileen amantaa qaamolee marii biyyaalessaa keessatti hin hirmaanne hirmaachisuuf gahee qabu- Komishinicha