Pirezidaant Sheek Hajjii Ibraahim Tufaaf beekamtiin kenname
AMN PLUS- Mudde 1/2018 Pirezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Yaa'ii Faawundeeshinii Ulamaa'ota Afriikaa Moorookootti geggeeffamerratti beekamtii argatan. Beekamtiin kunis gumaacha isaan Faawundeeshinii Mooticha Morookoo…