Puutiin marii nagaa yoo gufachiisan balaa hamaa fida- Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 08, 2017 ‎Pireezdaant Puutiin waraana Yukireen keessatti geggeeffamaa jiru dhaabuuf yoo walii hin galle balaa hamaa fiduu akka malu Pireezidaantiin Ameerikaa, Doonaald Tiraamp akeekkachiisaniiru. ‎Pirezidaanti Tiraamp…

Continue ReadingPuutiin marii nagaa yoo gufachiisan balaa hamaa fida- Tiraamp

Zeleniskiin hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan

‎AMN PLUS- Hagayya 7/2017 ‎Waamicha hooggantoota Awurooppaa hordofuun pireezdaantiin Yuukireen Volodyirmiir Zeleniskiin har’a Barliin seenaniiru. ‎Zeleniskii walgahii Ameerikaa fi Raashiyaa Jimaata dhufu gaggeeffamuuf beellamame dursaniiti Barliin kan galan. ‎Muummichi ministeeraa…

Continue ReadingZeleniskiin hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan

Pireezdaant Zelenskii hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan.

‎AMN PLUS- Hagayya 7/2017 ‎Waamicha hooggantoota Awurooppaa hordofuun pireezdaantiin Yuukireen Volodymyr Zelenskii har’a Barliin seenaniiru. ‎Zelenskii walgahii Ameerikaa fi Raashiyaa Jimaata dhufu gaggeeffamuuf beellamame dursaniiti Barlii ‎Muummichi ministeeraa Biriteen Keeyir…

Continue ReadingPireezdaant Zelenskii hooggantoota Awurooppaa waliin mari’achuuf Barliin seenan.

Daangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu – Gamtaa Awurooppaa

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Hooggantootni Gamtaa Awurooppaa daangaawwan Yuukireen humnaan akka hin jijjiiramne kan akeekkachiisan marii Ameerikaa fi Raashiyaa Yuukireen irratti fuuleffachuun Alaaskaatti gaggeessuuf jiran, guyyoota lama dursuuni. ‎Hooggantootni Awurooppaa…

Continue ReadingDaangaan Yuukireen humnaan jijjiiramuu hin qabu – Gamtaa Awurooppaa

Naayijeeriyaan duula lafoofi qilleensaan shorarkeeasitoota 400 galaafatte

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Naayijeeriyaan haleellaa qilleensaafi lafoon fudhatteen shorarkeessitoota 400 ajjeesuu beeksiste. Yeroo dheeraaf Nageenya dhabuun qoramaa kan turte Naayijeeriyaan haleellaa qindoomaa qilleensaafi lafaan gaggeessiteen bulchiinsaa Zamfaraa jedhamutti…

Continue ReadingNaayijeeriyaan duula lafoofi qilleensaan shorarkeeasitoota 400 galaafatte

Ameerikaa fi Chaayinaan daballii taarifaa hambisuuf yeroo waliigaltee daldalaa dheeressan

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Ameerikaa fi Chaayinaan daballiin taarifaa hojiirra ooluu isaa dursee waliigaltee daldalaa isaanii guyyoota 90n dheeressuu himame. ‎Biyyootni diinagdee addunyaa dursan lameen Ameerikaa fi Chaayinaan marii…

Continue ReadingAmeerikaa fi Chaayinaan daballii taarifaa hambisuuf yeroo waliigaltee daldalaa dheeressan

Daandiirra warri jiraatan Waashingitan keessaa bahuu qabu- Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 5/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp namoonni daandiirra jiraatan hatattamaan' Waashingitan DC keessaa bahuu akka qaban himan. ‎Tiraamp yakka magaalichatti hojjetamu xiqqeessuuf murtoo kana dabarsuu ibsaniiru. ‎Warra…

Continue ReadingDaandiirra warri jiraatan Waashingitan keessaa bahuu qabu- Tiraamp

Awustiraaliyaan Paalaastaayiniif beekamtii ni kenniti- Antoonii Albaaneez

‎AMN PLUS - Hagayya 5/2017 Awustiraaliyaan baatii Fulbaanaa keessa mootummaa Paalastaayiniif beekamtii kennuuf akka jirtu beeksiste. ‎Awustiraaliyaan tarkaanfii walfakkaataa UK, Faransaay fi Kaanaadaan fudhatan hordofuun murtoo ishee beeksisuutu dhaga'ame. ‎Baatii…

Continue ReadingAwustiraaliyaan Paalaastaayiniif beekamtii ni kenniti- Antoonii Albaaneez