“Chaayinaaf Taarifa nan hir’isa” Tiraamp
AMN PLUS-Onkoloolessa 20/2018 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp marii gita isaanii Shii Jiin Piinn waliin taasisaniin Chaayinaaf taarifa akka hir’isan beeksisaniiru. Marii Kooriyaa Kibbaa Se’ulitti taasisaniin, Ameerikaafi Chaayinaan waliigaltee daldalaa akka…