Fiigicha Guddicha Itoophiyaatif daandiiwwan cufaa ta’an ifooman

‎AMN PLUS-Sadaasa 13/2018 ‎Poolisiin Magaalaa Finfinnee fiigicha guddicha Itoophiyaa sadaasa 14/2018 yeroo 25ffaaf taasifamu ilaalchisee daandiiwwan konkolaataa cufaa ta'an beeksise. ‎Fiigicha kana irratti hirmaattonni biyya keessaa fi alaa, ambaasaaddaroonnii fi…

Continue ReadingFiigicha Guddicha Itoophiyaatif daandiiwwan cufaa ta’an ifooman

”Fiigichi guddichi Itoophiyaa Sagantaa tokkummaa keenya itti agarsiisnuudha” Dr. Indaganaa Abbabaa

AMN PLUS – Sadaasa 12/2018 Fiigicha Guddicha Itoophiyaa 25ffaa Dilbata adeemsifamu ilaalchisuun ibsi miidiyaaleef kennameera. Ministir Deetaan Ministeera Turizimii Dr. Indeganaa Abbabaa saganticha irratti argamuun haasaa taasisanii, fiigichi guddichi Itoophiyaa…

Continue Reading”Fiigichi guddichi Itoophiyaa Sagantaa tokkummaa keenya itti agarsiisnuudha” Dr. Indaganaa Abbabaa

“Beekamtiin kun shoora biyyi keenya damee Atileetiksiin addunyaarratti qabdu kan mul’isu dha”- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 12/2018 Itoophiyaan gumaacha atileetiksii addunyaa keessatti ba'atteef beekamtii idil addunyaa lama argatte. Fiigichi Guddichi Itoophiyaa Hambaa Atileetiksii Addunyaa ta'uun beekamtii yoo argatu atileet Abbabaa Biqilaa gumaacha addunyaaf…

Continue Reading“Beekamtiin kun shoora biyyi keenya damee Atileetiksiin addunyaarratti qabdu kan mul’isu dha”- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Atileetii umriin xiqqoo Shaampiyoonaa Addunyaa taate- Xirunesh Dibaabaa

AMN PLUS - Sadaasa 02/2018 Jabduu ijni barbadaa, Balaliitu akka Simbiraa, Atileetii Cimtuu Fageenya Dheeraa Yeroo Maraa, Fakkeenya Dhalootaa, Faajjii Injifannooti, Atileet Xurunesh Dibaabaa. Maqaa masoo "Baby Face Destroyer" jedhuun…

Continue ReadingAtileetii umriin xiqqoo Shaampiyoonaa Addunyaa taate- Xirunesh Dibaabaa

Fiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata gaggeeffama

AMN PLUS - Onkoloolessa 28/ 2018 Fiigichi qaxxaamura biyyaa Internaashinala Jaanmeedaa marsaa 43ffaf Dilbata dhufu geggeeffama. Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa dorgommii kana ilaalchisuun ibsa kenneera. Atileetota naannolee 10, bulchiinsa magaalaa lamaa…

Continue ReadingFiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata gaggeeffama

Atileet Masarat Daffaar dabalatee Itoophiyaanonni 4 badhaasa “African Impact Award” fudhatan

AMN PLUS- Onkoloolessa 03/2018 Pirezidaantii Itti Aantuun Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Atileet Masarat Daffaar badhaasa "African Impact Award" badhaafamte. Badhaasichi damee Atileetiksiin shoora olaanaa waan bahatteef kennamuufii himameera. Olompiikaafi Shaampiyoonaa Atileetiksii…

Continue ReadingAtileet Masarat Daffaar dabalatee Itoophiyaanonni 4 badhaasa “African Impact Award” fudhatan

Atileet Masarat Daffaar Amerikaatti badhaasa ”Africa Impact Award” badhaafamuufi

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Itti aantuun Pirezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Atileet Masarat Daffaar Dilbata dhufu kan gaggeeffamu badhaasa ''Africa Impact Award'' irratti hirmaachuuf Ameriikaa dhaqxeetti. ‎Saganticha irratti Pirezidaantiin Federeeshinii Atiletiksii…

Continue ReadingAtileet Masarat Daffaar Amerikaatti badhaasa ”Africa Impact Award” badhaafamuufi

Miirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad

‎AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 ‎Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa waliin ta'uun, qophiifi raawwii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti galmaa'e ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii taasisaa jira. ‎Saganticha…

Continue ReadingMiirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad