Qormaata Rubeen Amoorim darbuu dadhabe darbuuf dhufe- Kaarik
AMN PLUS - Amajji 09/2018 Har'a sa'atii laaqanaa booda 9:30 tti addunyaan kubbaa miilaa tapha Maanchuriyaan darbiif beellama qabeera. Kilabootni gurguddoo magaalaa Maanchistariifi Ingiliz lameen Yuunaayitidiifi Siitiin tapha jabaa kanaan…