Itoophiyaan Keeniyaa injifachuun ramaddiishee olaantummaan goolabde
AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Gulaallii Waancaa Afriikaa U-17 zoonii biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itoophiyaan Keeniyaa 1-0'n injifatte. Daawwiit Kaasaan goolii injifannoo yoo lakkoofsisu taphoota 4…