Milkaa’uuf gatii baramee ol kaffaluu nu barbaachisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)
AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad guyyaa Milkaa'inaa, har'a Qaammee 3 kabajamu ilaalchisuun ergaa dabarsaniin milkaa'ina argamsiisuuf daandii baramerraa bahuun, yeroo baramee ol hojjachuufi gatii baramee ol kaffaluun…