Harar miseensa Federeeshinii Magaalota tuuriziimii addunyaa taate

AMN PLUS- Ebla 7/2017 Yaa’ii Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi Koongitti taa’aamaa jiruun gaaffiin miseensummaa Magaalaan Harar dhiheessite fudhatama argateera. Pirezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii marsaa hawasaa isaaniirratti ibsa…

Continue ReadingHarar miseensa Federeeshinii Magaalota tuuriziimii addunyaa taate

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetnaamitti Daawwannaa taasisan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetinaam Daawwachaa jiru AMN PLUS- Ebila 7/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giifti Duree Zinnaash Tayyaachoo Veetinaam Daawwachaa jiru.…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetnaamitti Daawwannaa taasisan

Magaalaa Dambi Doollootti sosochiin ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise taasifame

AMN PLUS – Ebla 07/2017 Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti guyyaa Ispoortiin Misoomaafi Nageenyaa biyyaalessaa 5ffaa sababeeffachuun sosochiin ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise adeemsifameera. Saganticharratti Ministir Deetaa Ministeera Aadaafi…

Continue ReadingMagaalaa Dambi Doollootti sosochiin ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise taasifame

Re’ee tokkoon eegaleen yeroo ammaa re’oota 360 horsiisaa jira – Maanguddoo Godina Baalee

AMN PLUS – Ebla 07/2017 Obbo Abdallaa Sa'iid jiraataa Godina Baalee, Aanaa Goorootti jiraataa magaalaa Goorooti. Maanguddoo kun re'ee tokkorraa ka'uun yeroo ammaa re'oota 360 horsiisaa jiraachuu dubbatu. Hojii horsiisa…

Continue ReadingRe’ee tokkoon eegaleen yeroo ammaa re’oota 360 horsiisaa jira – Maanguddoo Godina Baalee

Emireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan Baankiin Misooma Haaraa ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte ni deeggarti

AMN PLUS- Ebila 6/2017 Emireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte karaa boordii akka dhiyaatuuf tumsa akka taasiftu beeksifiteetti. Emireetota Araba Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Umar Huseen…

Continue ReadingEmireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan Baankiin Misooma Haaraa ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte ni deeggarti

Baankiin Daldalaa Itoophiyaa Qiddus Goorgisiin injifate.

AMN PLUS-Eebla 06/2017 Pirimeerliigii Itoophiyaa Baankiin Daldala Itoophiyaa waliin kan walitti dhufe,Qiddus Goorgis injifatame. Torbee 25 ffaa Pirimeerliigii Itophiyaa kana kan irra aane Baankiin Daldalaa Itoophiyaa Qiddus Goorgis kan injifate…

Continue ReadingBaankiin Daldalaa Itoophiyaa Qiddus Goorgisiin injifate.

Gaarri Saannatee kan karaan konkolaataa keessa qaxxaamuru ta’uu isaatiin Afrikaa irraa kan jalqabaa isa taasisaa- Biiroo Aadaa fi Tuurizimii oromiyaa

AMN PLUS- Ebila 6/2017 Qaama Paarkii Gaarreewwan Baalee keessaa tokko kan ta'e Saannateen lafa olka'iinsi isaa m3100 - 4377 gidduutti kan argamu yoo ta'u, Itoophiyaa keessatti olka'iinsaan sadarkaa 2ffaa irratti…

Continue ReadingGaarri Saannatee kan karaan konkolaataa keessa qaxxaamuru ta’uu isaatiin Afrikaa irraa kan jalqabaa isa taasisaa- Biiroo Aadaa fi Tuurizimii oromiyaa

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa kenna tajaajilaan badhaasa lama argate

AMN PLUS- Ebila 6/2017 Daandiin Qilleensa Itoophiyaa tajaajila soorota balalii irratti kennun ‘Outstanding Food Service by a Carrier- Africa’sagantaa Jarman Hanburgtti adeemsifameen badhaafameera. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa badhaasa gosa lamaan kan…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa kenna tajaajilaan badhaasa lama argate

Lammiileen Itoophiyaa kuma 3 fi 367 Saa’udii Arabiyaarraa gara biyyasaaniitti deebi’an

AMN – Ebla 05/2017 Lammiileen Itoophiyaa Saa’udii Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kuma 3 fi 367 torban kana gara biyyasaaniitti deebi’aniiru. Lammiileen balalii 9’n gara biyyaatti deebi’an hundumtuu dhiirota yoo…

Continue ReadingLammiileen Itoophiyaa kuma 3 fi 367 Saa’udii Arabiyaarraa gara biyyasaaniitti deebi’an