Shamarran Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
AMN PLUS – Muddee 2/2018 Shamarran biyyoota Afrikaa adda addaa irraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa, mallattoo bilisummaa uummata gurraachaa ta'e daawwataniiru. Shamarran gara 70 miseensota Waldaa Dargaggoota Afrikaa yoo ta’an,…