Barattoota Kuma 800 ol Guyyaatti yeroo lama sooruun danda’ameera- Ejensii Nyàataa

AMN PLUS- Bitootessa 02/2017 Barattoota Kuma 800 ol Guyyaatti yeroo lama sooruun danda'amuu Ejensii Nyàataa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Ejensiin Nyaataa Magaalaa Finfinnee Hojii waggoottan jahan darban hojjechaa ture irratti qaamoolee…

Continue ReadingBarattoota Kuma 800 ol Guyyaatti yeroo lama sooruun danda’ameera- Ejensii Nyàataa

Guraandhala 29 Hanga 30tti Sagantaan Kadhannaafi Qalbii Jijjiirrannaa Addabaabaayii Masqalaatti Akka Gaggeeffamu Manni Maree Waldaa Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa Beeksise.

Sagantaa Kana Sababeeffachuun Barreessaan Mana Maree Waldaa Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa Lubni Darajjee Jambaruufi Lubni Waldaa Lallaba Wangeelaa Biilii Giraam Firankiliin Giraam Waliin Ta’uun Ibsa Miidiyaaledhaaf Kennanii Jiru. Itoophiyaan Biyya Kennaa…

Continue ReadingGuraandhala 29 Hanga 30tti Sagantaan Kadhannaafi Qalbii Jijjiirrannaa Addabaabaayii Masqalaatti Akka Gaggeeffamu Manni Maree Waldaa Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa Beeksise.

Shaampiyoonaa Kilaboota Joorkaa Magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaan gaggeeffamuufi.

AMNP LUS – Guraandhala 30/ 2017 Shaampiyoonaa kilaboota Joorkaa magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaan Bitootessa 2/2017 hanga Bitootessa 6/2017 kan gaggeeffamu ta’a. Pirezidaantin Federeeshinii Atileetiksii magalaa Finfinnee Atileet Malkamuu Taganyi akka…

Continue ReadingShaampiyoonaa Kilaboota Joorkaa Magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaan gaggeeffamuufi.

Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Mannen Barnoota adda addaa irraa walitti dhufan Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan

AMN PLUS- Guraandhala 28/2017 Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Mannen Barnoota adda addaa irraa walitti dhufan Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru. Guyyota muraasa dura MM Abiyyi Ahimad fi Kantiibaa…

Continue ReadingBarsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Mannen Barnoota adda addaa irraa walitti dhufan Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan

Baankiin Sikkeet fayyadamummaa dubartootaa dinagdeen gahoomsuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himame

AMN PLUS- Guraandhala 27/207 Baankiin Sikkeet fayyadamummaa dubartootaa dinagdeen gahoomsuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu isaa himameera. Baankichi guyyaa Dubartootaa idil addunyaa 'March 8' dubartoota maamila baankichaa ta'anii fi baankicharraa liqeeffachuun…

Continue ReadingBaankiin Sikkeet fayyadamummaa dubartootaa dinagdeen gahoomsuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himame

Artiistoonni Adda Addaa Gidduu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis Dawwatan.

AMN PLUS- Guraandhala 27/17 Giddu galli Konveenshinii Idil Addunyaa eebbifamee agarsiisaaf banaa erga taasifamee Lammiilee hedduun daawwatamaa jira. Guyyaa har'aas Artiistonni adda adda giddu Galicha daawwatanii jiru. Giddu galli bu'uuraalee…

Continue ReadingArtiistoonni Adda Addaa Gidduu Gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis Dawwatan.

Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Kabajamaa jira

AMN Plus Guraandhala 26/2017 Loltoonni fi raayyaan poolisii Itoophiyaa duraanii Guyyaa yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa yeroo 47f kabaja jiru Sina kabaja Guyyaa injifannoo Kaarraamaarraa kanarratti Hoggantoonni fi miseensonni loltootaa fi raayyaan…

Continue ReadingGuyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Kabajamaa jira

Dhaabbileen mootummaa sadii damee tuurizimii Magaalaa Finfinnee irratti tumsan hojjechuuf walii mallatteessan

AMN PLUS- Guraandhala 25/2017 Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa fi Ministeerri Tuurizimii har’a damee turizimii Magaalaa Finfinnee irratti tumsaan waliin hojjechuu isaan dandeessisu irratti waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha kan…

Continue ReadingDhaabbileen mootummaa sadii damee tuurizimii Magaalaa Finfinnee irratti tumsan hojjechuuf walii mallatteessan

AMN Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun Chaanaalii haaraan AMN PLUS irratti tamsaasa sagantaa Barnootaa televizhinii eegaluf qophaa’e.

AMNPLUS- Guraandhala 25/2017 Addis Midiiyaa Neetworkiin Biroo barnoota Magaalaa Finfinnee waliin ta'uun tamsaasa sagantaa barnoota gama chaanaalii AMN PLUS tiin eegaluuf qophiin xummuuruu Beeksise. Dhimma kana ilaalchisuun Hojigaggeessaa olaanaan AMN…

Continue ReadingAMN Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun Chaanaalii haaraan AMN PLUS irratti tamsaasa sagantaa Barnootaa televizhinii eegaluf qophaa’e.

Hoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan

AMN PLUS Guraandhala 24/2017 Hoggantoonni fi Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa fi bakka bu’ooni waldaalee hawaasaa garagaraa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwataniiru. Giddugalichi sadarkaa isaa eegee kan hojjetame ta’uun…

Continue ReadingHoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan