Kantiibaa Adaanech Abeebee ijaarsa manneen kuma 13 olii guyyaa har’aa eegalchiisan
AMN - Amajjii 15/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee sagantaa deeggarsa mootummaa fi dhunfaan Waldaa Aksiyoona Ayaat waliin ta'uun ijaarsa manneen kuma 13 fi 752 guyyaa har’aa eegalchiisaniiru. Naannawa Kaazaanchiisitti garee Ovid…
Magaalaa Finfinneetti ji’oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumameera – Biiroo Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee
AMN PLUS - Amajjii 13/17 Magaalaa Finfinneetti ji'oottan jahan darbanitti namoota kuma 142 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon Hojii fi Kalaqaa Magaalaa Finfinnee ibse. Ji'oottan jahan darbanitti namoota Kuma 150f…
Sirna Cuuphuaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa)tti
Suuraa - Mabaatsiyoon H/Gabri'eel
Qophilee Bashannanaa Addaa Ayyaana Cuuphaa AMN PLUS irratti
Tamsaasa Afaan Oromoon har'a galgala sa'aatii 10:00 hanga 2:00tti nu eegaa!
Ayyaanni Cuuphaa tokkummaa uummattootaa cimsuu keessatti gumaacha Olaanaa qaba – hirmaattota Ayyaanichaa
AMN PLUS - Amajjii 10/2017 Ayyaanni Cuuphaa hawwata tuuriziimii biyya keenyaa ta'uu irra darbee tokkummaa uummattootaa cimsuu keessatti gumaacha ol-aanaa kan qabu hirmaattonni Ayyaanichaa AMNiif yaada kennan dubbatan. Ayyaanni Kataraa…
Ayyaanni Kataraa Aqaaqii Qaallittiitti sirna hoo’aa ta’een kabajamuu eegale
AMN PLUS - Amajjii 10/2017 Jala Bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraan) bara 2017 Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti sirna hoo'aa ta'een kabajamuu eegaleera. Ayyaanichi bifa dammaqina qabuun kabajamaa kan jiru yoo ta’u,…
Ayyaanni Kataraa Guutuu Itoophiyaatti kabajamaa jira
AMN - Amajjii 10/2017 Ayyaanni Kataraa Guutuu Itoophiyaatti kabajamaa kan jiru yoo ta’u Taabotoonni amantootaan marfamanii gara Malkaa bu’uutti jiru. Magaalaa Finfinneettis Ayyaanichi haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira.
- Go to the previous page
- 1
- …
- 25
- 26
- 27
- 28
- 29
- 30
- 31
- …
- 36
- Go to the next page