Finfinneen yaa’ii idil-addunyaa qopheessuuf gahumsa olaanss akka qabdu irra deebiin mirkaneessiteetti- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa
AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Magaalaan Finfinnee Yaa'ii Gamtaa Afriikaa milkiin keessummeessuun yaa'iiwwan idil-addunyaa gurguddoo qopheessuuf gahumsa olaanaa akka qabdu irra deebiin mirkaneessuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Deetaan Ministiraa Tajaajila…