Hojiilee gaaffii uummata keenyaa qabatamaan ittiin deebisaa jirru keessaa tokko kan ta’e adeemsa ijaarsa hospitaalota 3 gamaaggamneerra- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS-Sadaasa 12/2018 Hospitaalotni kunneen tajaajila fooyya'aa akka kennan tasifamuun ijaaramaa kan jiran yoo ta'an, ijaarsi isaaniis sadarkaa xumuramuu irra gahuu ibsaniiru. Hopitaalotni kutaalee magaalaa Aqaaqii Qaallittii, Nifaas Silki Laaftoofi…

Continue ReadingHojiilee gaaffii uummata keenyaa qabatamaan ittiin deebisaa jirru keessaa tokko kan ta’e adeemsa ijaarsa hospitaalota 3 gamaaggamneerra- Kantiibaa Adaanach Abeebee

“Beekamtiin kun shoora biyyi keenya damee Atileetiksiin addunyaarratti qabdu kan mul’isu dha”- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 12/2018 Itoophiyaan gumaacha atileetiksii addunyaa keessatti ba'atteef beekamtii idil addunyaa lama argatte. Fiigichi Guddichi Itoophiyaa Hambaa Atileetiksii Addunyaa ta'uun beekamtii yoo argatu atileet Abbabaa Biqilaa gumaacha addunyaaf…

Continue Reading“Beekamtiin kun shoora biyyi keenya damee Atileetiksiin addunyaarratti qabdu kan mul’isu dha”- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Guddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee

AMN PLUS -Sadaasa 11/2018 Guddattootniifi dargaggootni carraa Hubannoo Nam-tolchee AI'tti fayyadamuu akka qaban Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebee ibsan ‎Inistiitiyuutii Aartifeshaal Intalajensii Itoophiyaa tibbana wayita daawwatanitti, "milkaa'ina jijjiiramaan…

Continue ReadingGuddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee

AMN fakkeenya sagalee heddumminaati- Obbo Kaasaahun Gonfaa

AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 Addis Miidiyaa Neetiwork hojii seenessa biyyaalessaa ijaaruu eegale cimsee akka itti fufu Hoji-Raawwachiisaan Olaanaa AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa ibsan. Guyyaan Saboota, Sab-lammootaafi Uuummattoota Itoophiyaa sababeeffachuun marii Paanaalii…

Continue ReadingAMN fakkeenya sagalee heddumminaati- Obbo Kaasaahun Gonfaa

Finfinnee fi Kuwalalaampuur Waliigaltee Obbolummaa Mallatteessan

AMN PLUS - Sadaasa 10/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Ibraahim bakka argamanitti Finfinnee fi Kuwalalaampuur Waliigaltee Obbolummaa Mallatteessuu Kantiibaa Adaanech Abeebeen…

Continue ReadingFinfinnee fi Kuwalalaampuur Waliigaltee Obbolummaa Mallatteessan

Giddugalichi wal’aansa ammayyaa sadarkaa idil-addunyaa kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Giddugalli Tajaajila Fayyaa Ammayyaa Hospitaala Yaadannoo Zawudituu har'a eebbifame wal'aansa ammayyaa qulqullina sadarkaa idil-addunyaatti yeroon barbaadu kan guuttate ta'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.…

Continue ReadingGiddugalichi wal’aansa ammayyaa sadarkaa idil-addunyaa kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Nageenya mirkaneessuuf guyyaatti dabaree sadiin hojjamaa jira- Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Finfinnee

‎AMN PLUS Sadaasa 06/2018 ‎Nageenya waaraa fiduuf olaantummaa seeraa mirkaneessuuf Uummataa fi qooda fudhattoota waliin hojjachuun akka barbaachisaa ta'e Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Saamicha magaalaa keessatti…

Continue ReadingNageenya mirkaneessuuf guyyaatti dabaree sadiin hojjamaa jira- Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Finfinnee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawudituu haala addaan ammayyeeffamee ijaarame eebbisan

AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawdiituu haala addaan babal’ifamaa fi haaromfamaa ture hojii eegalchiisaniiru. Hospitaalli buleessi Yaadannoo Zawdiituu akkaataa magaalaa Finfinnee madaaluun hojiin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawudituu haala addaan ammayyeeffamee ijaarame eebbisan

Waldaalee taaksii dabaree qabsiiisan kaffaltii seeraan ala harkaan sassaaban irratti tarkaanfiin akka fudhatamu himame

AMN PLUS – Sadaasa 5/2018 Waldaaleen Iddoo Dhaabbii Konkolaataafi Qabsiisa dabaree tajaajila guddina Magaalichaa waliin walsimuu fi teeknooloojiin deeggaramu kennuun akka irraa eegamu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingWaldaalee taaksii dabaree qabsiiisan kaffaltii seeraan ala harkaan sassaaban irratti tarkaanfiin akka fudhatamu himame

Karoora biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen bulchiinsi Magaalaa Finfinnee karoorrawwan biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjechuu itti fufa jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen leenjii mata duree “ Ilaalacha Mootummaa…

Continue ReadingKaroora biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee