Hojiileen misoomaa hojjataman Finfinneen jireenyaaf mijattuu fi hawwattuu taasisuun ibsame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 10/2018 ‎Abboottiin Amantaa Yaa'ii Sinodoosii Waliigalaa 44ffaa Mana Kiristaanaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa irratti hirmaachuuf kutaalee biyyattii gara garaarraa Finfinnee dhufan Hojiileen misoomaa hojjataman Finfinneen jireenyaaf mijattuu fi…

Continue ReadingHojiileen misoomaa hojjataman Finfinneen jireenyaaf mijattuu fi hawwattuu taasisuun ibsame

Kantiibaa Adaanech Abeebeen, Haji Umar Idris lubbuun darbuusaaniin gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibsan

AMN Plus - Onkoloolessa 09/2018 Pirezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idiris lubbuun darbuu isaaniin gaddi guddaan itti dhagahamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen, Haji Umar Idris lubbuun darbuusaaniin gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibsan

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

AMN Plus- Onkoloolessa 08/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa bara 2018 qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Waltajjichaan raawwii guyyootii 90 ilaaluun, milkaa’inaa fi qaawwa mul’atan…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

Miseensonni Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwatan

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 ‎Koreen Dhaabbii Dhimmoota Haqaafi Bulchiinsa Gaarii Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwachuun Hoji raawwachiistotaafi gaggeessitoota AMN waliin mari'ateera. ‎Korichi gabaasa raawwii hojii AMN kurmaana jalqabaa bara…

Continue ReadingMiseensonni Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwatan

Kaffaltootni Gibiraa amanamoon tajaajila “VIP” argatu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Plus – Onkoloolessa 06/2018 Kaffaltoonni Gibiraa Amanamoon tajaajila Magaalaa Finfinnee irraa barbaadan kamiifuu dursi kennamuun, keessummeessa kabajaa (VIP) akka argatan murteeffamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ifoomsan. Bulchiinsi…

Continue ReadingKaffaltootni Gibiraa amanamoon tajaajila “VIP” argatu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Tajaajila dijitaalaa Giddugala tokkoo Addis Masoob Keessatti dhaabbilee hammataman:‎

AMN PLUS - Onkoloolessa 5/2018 ‎Addis Masoob tajaajila dijitaalaa mootummaa Giddugala tokkotti dhaabbileen hammataman eenyu fa'a? ‎* Biiroo Daldalaa ‎* Biiroo Galiiwwanii ‎* Biiroo Hojii fi Ogummaa ‎* Biiroo Misoomaafi…

Continue ReadingTajaajila dijitaalaa Giddugala tokkoo Addis Masoob Keessatti dhaabbilee hammataman:‎

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Gamoo Siiniimaa ammayyaa eebbisuun tajaajilaaf banan

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo Siiniimaa ammayyaafi guddicha eebbisuun tajaajilaaf banuu ibsan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Har'a ogeeyyii aartiif aaga dabalataa kan ta'e…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Gamoo Siiniimaa ammayyaa eebbisuun tajaajilaaf banan

Kompileksiin Siiniimaa Finfinnee har’a eebbifame maal of keessaa qaba?

● Gamoo abbaa darbii 15 baayyee ammayyaawaafi teekinooloojii idil-addunyaa hidhate ● Galmoota siiniimaa lama, Daa'imman 592fi namoota ofbeekoo 887 qabachuu danda'u ● Bakka Dhaabbii Konkolaataa Gamoo Gulantaa afur qabu ●…

Continue ReadingKompileksiin Siiniimaa Finfinnee har’a eebbifame maal of keessaa qaba?

Aartiin ilaalchaafi seenessa waloo ijaaruun biyya utuba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN Plus- Onkoloolessa 03/2018 ‎Tokkummaa ilaalchaa fi seenessa waloo ijaaruu keessatti shoorri aartiin qabu olaanaa ta’uu hubatamee damichaaf xiyyeeffannoon addaa laatamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dubbatan. Kantiibaa Adaanech,…

Continue ReadingAartiin ilaalchaafi seenessa waloo ijaaruun biyya utuba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

“Misooma kooriidarii keessummaan dhufee galullee akkaan eeggannoo taasisaafii jira”- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN Plus- Onkoloolessa 3/2018 ‎Misoomni koriidarii fi qarqara laggeenii qulqullina Magaalaa Finfinneerratti jijjiirama guddaa akka Fidan Kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee ibsan. ‎Itti fayyadama bu'uuraalee misoomaa ilaalchisee jijjiirama guddaan akka…

Continue Reading“Misooma kooriidarii keessummaan dhufee galullee akkaan eeggannoo taasisaafii jira”- Kantiibaa Adaanech Abeebee