Mootummaan jijjiiramaa carraa wal qixxummaan dubbachuu mirkaneesseera- Buzaayyoo Dagafaa (PhD)
AMN PLUS-Sadaasa 16/2018 Heerri mootummaa FDRI sanada Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa akka walqixa fayyadaman taasise ta'uu Hayyuun Saayinsii Siyaasaa Buzaayyoo Dagafaa (PhD) ibsan. Heerri mootummaa sadaasa 29 Bara 1987 kan…