Sagantaan Televizhinii ‘ Addis Mi’iraaf’ akkaataa labsii dhaabbilee miidiyaan tamsaasarraa daangeffamee akka turu murtaa’e

AMN – Bitootessa 23/2017 Sagantaan Televizhinii ‘ Addis Mi’iraaf’ akkaataa labsii dhaabbilee miidiyaan tamsaasarraa daangeffamee akka turu murtaa’uusaa Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa beeksise. Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa murtoo bulchiinsaa fudhatame…

Continue ReadingSagantaan Televizhinii ‘ Addis Mi’iraaf’ akkaataa labsii dhaabbilee miidiyaan tamsaasarraa daangeffamee akka turu murtaa’e

Kantiibaa Adaanech Abeebee Atoobisoota elektiriikaan hojjetan 100 hojii eegalchiisan

AMN – Bitootessa 23/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Atoobisoota tajaajila geejjiba uummataa kennaniifi elektiriikaan hojjetan 100 har’a hojii eegalchiisaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee Bulchiinsi magaalichaa rakkoo tajaajila geejjibaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Atoobisoota elektiriikaan hojjetan 100 hojii eegalchiisan