Oromiyaatti Koodarootni kuma 500 ol leenjii xumuruun waraqaa ragaa argataniiru – Abbaa Taayitaa Saayinsiifi Teekinooloojii Oromiyaa

‎AMN PLUS – Hagayya 23/2017 Inisheetivii Koodaroota Miiliyoona Shanii irratti namootni Kuma 575 caalan leenjicha xumuranii waraqaa ragaa akka argatan Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teekinooloojii Oromiyaa beeksise. AbbaaTaayitichaatti Daayirektara Daayirektoreetii Dhimmoota…

Continue ReadingOromiyaatti Koodarootni kuma 500 ol leenjii xumuruun waraqaa ragaa argataniiru – Abbaa Taayitaa Saayinsiifi Teekinooloojii Oromiyaa

Kantiibaa Adaanech Abeebee agarsiisa Ogummaa Teekniikaafi Teeknoloojii banan

AMN PLUS Waxabajjii 07/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee agarsiisa Ogummaa Teekniikaafi Teeknoloojii banuu himan. Kantiibaa Adaanech ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Itoophiyaan kan badhaatu humna namaafi…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee agarsiisa Ogummaa Teekniikaafi Teeknoloojii banan

Waggoota muraasa darban hojiilee dijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf hojjetmaniin milkaa’inni argameera-Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee

AMN Caansaa 08/2017 Waggoota muraasa darban hojiilee dijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf hojjetmaniin milkaa’inni argamuu Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee ibsa. Pirezidaant Taayyeen Eksipoo Teeknooloojii Afriikaa Bahaatti kan jalqabaa ta’e jidugala konveenshinii Idil addunyaa…

Continue ReadingWaggoota muraasa darban hojiilee dijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuuf hojjetmaniin milkaa’inni argameera-Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee

Itoophiyaan agarsiisa diroonii jalqabaa dhiheessite

AMN PLUS Caamsaa 08/2017 Itoophiyaan agarsiisa diroonii jalqabaa dirooniiwwan kuma 1 fi 500 irratti hirmaatan dhiheessite. Baa'inni dirooniiwwanii agarsiisicharratti hirmaatanii Afriikaatti kan jalqabaa ta'uun himameera. Agarsiisicharratti Ministira Muummee Abiyyi Ahimad…

Continue ReadingItoophiyaan agarsiisa diroonii jalqabaa dhiheessite

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Itoophiyaan gama Artefishaal Intelejensii, misoomawwan bu’uuraafi hojiiwwan dagaaginaa gahumsaa cimsuun hojii fakkeenyummaa qabu hojjetaa jiraachuu himan

AMN PLUS Caamsaa 09/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Itoophiyaan gama Artefishaal Intelejensii, misoomawwan bu’uuraafi hojiiwwan dagaaginaa gahumsaa cimsuun hojii fakkeenyummaa qabu hojjetaa jiraachuu himaniiru. Afrikaan Artefishaal Intelejensii mandhaleen hoogganamaa badhadhina…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad Itoophiyaan gama Artefishaal Intelejensii, misoomawwan bu’uuraafi hojiiwwan dagaaginaa gahumsaa cimsuun hojii fakkeenyummaa qabu hojjetaa jiraachuu himan

“Dargaggoonni humna jijjiiramaafi ce’umsa guddina biyyaati” Aadde Saa’adaa Abdurrahman

AMN PLUS – Ebla 20/2017 Sagantaa waldorgommiifi agarsiisa ogummaa, teeknooloojii, yaadama biizinasiifi qorannoo gochaa marsaa 6ffaa akka Oromiyaatti guyyaa har'a magaalaa Adaamaatti gaggaffamaa jiru irratti Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Saa'adaa…

Continue Reading“Dargaggoonni humna jijjiiramaafi ce’umsa guddina biyyaati” Aadde Saa’adaa Abdurrahman

Naannoo Oromiyaatti waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinasii fi qorannoo gochaa adeemsifama jira

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinesii fi qorannoo gochaa marsaa 6ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti adeemsifama jira. Waldorgimmichi qindeessummaa Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaatiin…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinasii fi qorannoo gochaa adeemsifama jira

Sagantaan jalqabbii Agarsiisa Kalaqa Saayinsii fi Teekinooloojii 10ffaan Magaalaa Finfinneetti eegale

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Sagantaan jalqabbii Agarsiisa Kalaqa Saayinsii fi Teekinooloojii 10ffaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinneen qophaa'e bakka hoggantootni olaanoon bulchiinsa magaalichaa fi hawaasni barnootaa argamanitti gaggeeffamuu eegaleera. Kantiibaan Bulchinsa…

Continue ReadingSagantaan jalqabbii Agarsiisa Kalaqa Saayinsii fi Teekinooloojii 10ffaan Magaalaa Finfinneetti eegale