Itoophiyaan misooma tuurizimiin iftee bahaa jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Amajjii 7/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa miididyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin “Itoophiyaan jijjiiramaan booda misooma tuurizimiin iftee bahaa jirti” jedhan. “Galmee Tuurizimii wayita ilaallu haala teessummaa…

Continue ReadingItoophiyaan misooma tuurizimiin iftee bahaa jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinnee keessatti agarsiifni fincaa'aa bishaanii nam-tolchee (faawunteenii) akka Afrikaatti guddichi hojjetamuu isaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Sadarkaa Misooma Qarqara Laggeen Finfinnee ilaalchisuun AMN waliin turtii…

Continue ReadingFinfinneen agarsiisa bishaanii nam-tolchee Afrikaarraa guddicha ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa Taasisuuf sochii taasifamu keessatti gaheen dhuunfaa shoora bahataa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde25/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Hospitaala Dhuunfaa 'Habarii' eebbisuun hojii eegalchiisaniiru. ‎Kantiibaa Adaanech saganticha irratti haasaa taasisaniin, Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Fayyaa babal'isuuf gama mootummaafi dhuunfaatiin hojiiwwan…

Continue ReadingFinfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa Taasisuuf sochii taasifamu keessatti gaheen dhuunfaa shoora bahataa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎Itoophiyaatti hawwattootni tuurizimii dhugumatti iddoowwan gahumsa tuuristootaa ta’aa jira

‎AMN PLUS- Mudde 22/2018 ‎Iddoowwan Seena qabeessa irraa eegalee hanga qabeenya uumamaa ajaa’ibsiisootti, hawwattootni tuurizimii Itoophiyaa duraaniifi ammaa iddoowwan gahumsa tuuristootaa ta’aa dhufuu isaanii Waajjirri Ministira Muummee FDRI beeksise. ‎Daandiiwwan…

Continue Reading‎Itoophiyaatti hawwattootni tuurizimii dhugumatti iddoowwan gahumsa tuuristootaa ta’aa jira

Tuurizimii teekinooloojii ammayyaa waliin wal simsiisuun guddisuuf hojjetamaa jira- Komishinicha

‎AMN PLUS-Mudde-21/2018 ‎Komishiniin Tuurizimii Magaalaa Finfinnee teekinooloojii yeroon barbaadu hundatti fayyadamuun qabeenya tuurizimii magaalittiin qabdu daran beeksisuuf ogeeyyii miidiyaa waliin mari'ateera. ‎Komishinichi yeroo dhiyoo hundaa'e keessatti caasaa haaraa diriirsuun ogeeyyii…

Continue ReadingTuurizimii teekinooloojii ammayyaa waliin wal simsiisuun guddisuuf hojjetamaa jira- Komishinicha

Tuurizimii Bunaan gabaa addunyaatti ba’uun barbaachisaa ta’uu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 21/2018 ‎Bunni Itoophiyaa dorgommii tuurizimii addunyaa keessa akka seenuuf hojii beeksisuufi hubannoo uumuu irratti xiyyeeffachuun gareen miidiyaalee Naannoo kibba Itoophiyaa Godina Geedi'oo Aanaa Gadabiitti daawwannaa taasisaniiru. ‎Tuurizimii…

Continue ReadingTuurizimii Bunaan gabaa addunyaatti ba’uun barbaachisaa ta’uu ibsame

Finfinnee giddugala Turizimii Afriikaa taasisna – Aadde Buzeenaa

AMN PLUS – Mudde 6/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Guddina Damee Turizimii Magaalattiif xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira jedhan Af-Yaa'iin Mana Maree Magaalattii Aadde Buzeenaa Alkadir. ‎KomishiniinTurizimii Magaalaa Finfinnee Fooramii jalqabaa…

Continue ReadingFinfinnee giddugala Turizimii Afriikaa taasisna – Aadde Buzeenaa

Ga’umsa turizimii caalmaatti guddisuuf hojjatamaa jira- Aadde Salamaawwit Kaasaa

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Marii Uummataa magaalaa Adaamaatti taa'ame irratti kan argaman Ministirri Turizimii Aadde Salamaawwit, hojii misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjatamaa jiruun magaalittiin kan durii caalaa giddu-gala turizimiifi Konfireensii taateetti…

Continue ReadingGa’umsa turizimii caalmaatti guddisuuf hojjatamaa jira- Aadde Salamaawwit Kaasaa

Foramiin Turizimii Finfinnee 1ffaan Muddee 5-7tti taa’ama

AMN PLUS- Muddee 2/2018 Magaalaa Finfinnee giddu galaa tuurizimii taasisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa akka jiru Komishiniin Tuurizimii Magaalaa Finfinnee beeksise. Komishinichi Foramii Turizimii jalqabaa Paarkii Araadaatti qophessuuf qophii xumuruu beeksise. Komishinarri…

Continue ReadingForamiin Turizimii Finfinnee 1ffaan Muddee 5-7tti taa’ama

Itoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin walsimsuun hojiirra oolchuuf kutannoo qabdi- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Muddee 1/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Itoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin walsimsuun hojiirra oolchuuf kutannoo qabdi jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan…

Continue ReadingItoophiyaan Sagantaa Humna Niwukilaraa ishee sadarkaa Ejensii Atoomawaa Idil-addunyaa waliin walsimsuun hojiirra oolchuuf kutannoo qabdi- Obbo Tamasgeen Xurunaa