IGAD fi UN nageenya naannawa irratti waloon hojjachuuf mari’atan

AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 Dhaabbatni Misooma Biyyoota Baha Afriikaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Nageenya Naannawa Gaanfa Afriikaa mirkaneessuuf haala waliin hojjachuu danda'an irratti mari'ataniiru. Barreessaan Olaanaa IGAD Warqinaa Gabayyoo (PhD) fi Dhaabbata…

Continue ReadingIGAD fi UN nageenya naannawa irratti waloon hojjachuuf mari’atan

Hariiroon dippiloomaasii Chaayinaa fi Itoophiyaa gara tumsa Tarsiimawaatti guddateera- Kom/Jeneraalaa Dammalaash Gabramikaa’el

AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministeera Alaa Chaayinaatti Daayirektara Olaanaa Tumsa Nageenya Idil Addunyaa Ambaasaaddar Waangi Liisii waliin mari’ataniiru. Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash dhimmoota shororkeessummaa fi…

Continue ReadingHariiroon dippiloomaasii Chaayinaa fi Itoophiyaa gara tumsa Tarsiimawaatti guddateera- Kom/Jeneraalaa Dammalaash Gabramikaa’el

Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa kabajuun tokkummaa biyyaalessaa cimsuun ni danda’ama- Af-Yaa’ii Aganyaw Tashaagar

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 ‎Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa kabajuun tokkummaa biyyaalessaa cimsuun misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuun akka danda'amu Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Aganyaw Tashaagar ibsan. Kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaafi…

Continue ReadingGuyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa kabajuun tokkummaa biyyaalessaa cimsuun ni danda’ama- Af-Yaa’ii Aganyaw Tashaagar

Egereen keenya harka keenyarra jira, dargaggoon carraa qabu hundatti fayyadamuu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Sadaasa 24/2018 Aadaa hojii dadhabaa barootaaf ture jijjiiruun sa'atii 24, guyyaa 7 hojjennee Finfinneefi Itoophiyaa jijjiiraa jirra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebe. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingEgereen keenya harka keenyarra jira, dargaggoon carraa qabu hundatti fayyadamuu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash G/Mikaa’el Ambaasaaddar Eervin Maasingaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash G/Mikaa’el Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eervin Maasingaa waajjira isaaniitti simachuun waliin mari’atan. Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash, hariiroo damee poolisii biyyoota lamaanii daran…

Continue ReadingKomishinarri Jeneraalaa Dammallaash G/Mikaa’el Ambaasaaddar Eervin Maasingaa waliin mari’atan

Dargaggoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa eebbifaman kuma 158 caalaniif carraan hojii uumamuun ibsame

‎AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 ‎Ji’oota afran darbanitti dargaggoota fi dubartoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa eebbifaman dabalatee dargaggoota fi dubartoota kuma 158fi 138’f carraan hojii dhaabbataan akka uumame Biiroon Carraa Hojii Uumuufi…

Continue ReadingDargaggoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa eebbifaman kuma 158 caalaniif carraan hojii uumamuun ibsame

Waldaalee dargaggootaaf meeshaaleen hojii ittiin eegalan kenname

‎AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti waldaalee dargaggoota carraan hojii uumamuun hojiitti galaniif meeshaaleen hojiif oolan kennameera. ‎Sagantaa agarsiisa kalaqaa mata duree" Carraa Hojii Aduu Tokkoon" jedhuun carraa hojii dargaggoota Kuma…

Continue ReadingWaldaalee dargaggootaaf meeshaaleen hojii ittiin eegalan kenname

Ragaan Istaatistiksii Guddina Afrikaa mirkaneessuuf kallattii misoomaa ittiin qajeelfamnnudha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa,“Ragaan Istaatistiksii Guddina Afrikaa mirkaneessuuf kallattii misoomaa ittiin qajeelfamnudha” jedhan. Obbo Tamasgeen wayita walgahii Waggaa 19ffaa Daayirektoreetii Waliigalaa Koree…

Continue ReadingRagaan Istaatistiksii Guddina Afrikaa mirkaneessuuf kallattii misoomaa ittiin qajeelfamnnudha- Obbo Tamasgeen Xurunaa