IGAD fi UN nageenya naannawa irratti waloon hojjachuuf mari’atan
AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 Dhaabbatni Misooma Biyyoota Baha Afriikaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Nageenya Naannawa Gaanfa Afriikaa mirkaneessuuf haala waliin hojjachuu danda'an irratti mari'ataniiru. Barreessaan Olaanaa IGAD Warqinaa Gabayyoo (PhD) fi Dhaabbata…