“Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa’amudha” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhalootni amma jiru sadarkaa yaada isaan ajaa'ibsiisaa tahuu kaasuun, "dhaloota abdiin irra kaa'amudha" jechuun ibsaniiru. ‎Dooktar Abiyyi tibbana Yunivarsiitii Finfinneetti…

Continue Reading“Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa’amudha” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎"Yoo qophoofne, yoo hir'iba keenya dhiisne, yoo saffisne AI'n akkuma Gitaaraa, TV fi konkolaataa kan itti fayyadamnu taha" jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Hubannoo…

Continue Reading“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Leenjistoota kubbaa miilaa Ingilaandi carraa Ruubeen Amoorim ofirratti eegan

AMN PLUS - Mudde 27/2018 Pirimeerliigiin Ingilaandi barri wal dorgommii 2025/26 marsaa 2ffaan boqonnaa xumuraa qabateera. Kilabootni liigichaa 20’n torbeewwan 20 dabarsaniin qabxiin galmeessan kilaboota muraasaaf gaarii tahuu malus irra…

Continue ReadingLeenjistoota kubbaa miilaa Ingilaandi carraa Ruubeen Amoorim ofirratti eegan

Boordichi hojmaata waraqaa irraa gara dijitaalaatti ce’uun isaa boqonnaa guddaa ta’uu ibsame

AMN PLUS- Mudde 27/2018 Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa sirna galmee dijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa har’a hojii eegalchiiseera. Sirna galmee dijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa kana hojii eegalchiisuuf waggaa tokkoof walakkaa ol…

Continue ReadingBoordichi hojmaata waraqaa irraa gara dijitaalaatti ce’uun isaa boqonnaa guddaa ta’uu ibsame

‎AMN Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode

‎AMN PLUS- Muddee 27/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetwork Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun, lammiilee sadarkaa jireenyaa gadi aanaa irra jiran fi yeroo dheeraa deeggarsi taasifamaafii turaniif sagantaa maaddii qooduu gaggeesseera. ‎Sagantaa kana…

Continue Reading‎AMN Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode

Gaggeessaan, kan of moo’eefi of dhaggeeffatudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Mudde 26/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) "Gaggeessaan ofii isaa kan mo'ateefi keessoosaa sirriitti kan dhaggeeffatudha" jedhan. ‎Dooktar Abiyyi Kabaja hundeeffama waggaa 75ffaa Yunivarsiitii Finfinnee tibbanaa irratti…

Continue ReadingGaggeessaan, kan of moo’eefi of dhaggeeffatudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

“Umrii lakkaa’uu qofa osoo hin taane, ogummaa qabaniin humna jijjiiramaa ta’uutu barbaachisa” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 26/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) "Hayyuun nama miira isaan oofamee hoogganamu miti" jedhan. ‎Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan ta'an…

Continue Reading“Umrii lakkaa’uu qofa osoo hin taane, ogummaa qabaniin humna jijjiiramaa ta’uutu barbaachisa” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee hundeessuufi- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 26/2018 ‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee (AI) ji'oota 6'n dhufu keessatti ijaaruuf qophaa'aa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Yunivarsiitichi waggaatti eebbifamtoota 1000 baasuuf kan karoorfate…

Continue Reading‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee hundeessuufi- MM Abiyyi Ahimad (PhD)