Obbo Shimallis Abdiisaan daawwannaaf Naannoo Beenishaangul Gumuz dhaqan

You are currently viewing Obbo Shimallis Abdiisaan daawwannaaf Naannoo Beenishaangul Gumuz dhaqan

AMN PLUS, Guraandhala 17, 2017

Gareen Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu Naannoo Beenshaangul Gumuzitti simatame.

Jilicha Pirezidaantiin Naannoo Beeniishaangul Gumuz obbo Ashaadlii Hasan fi uummatni magaalaa Asoosaa somachuu OBN gabaaseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply