Odeeffannoo Kennuu Hanga Faayidaa Biyyaalessaa Eegsisuu Gahee Miidiyaalee – Daaqoon Daani’eel Kibrat
AMN PLUS - Bitootessa 03/2018 Miidiyaaleen Itoophiyaa odeeffannoo kennuu qofa osoo hin taane faayidaa biyyaalessaa eegsisuu keessatti gahee isaanii sirnaan bahachuu qabu jedhan Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daaqoon Daani'eel…