Tapha Walakkaa Xumuraa CECAFA Umrii 17 gadiin Itoophiyaan Yugaandaadhaan 3-0 injifatamte.
Tapha si’oominaan eegamaa ture kana gareewwan lameen boqonnaa dura 0-0’n adda ba’anis, boqonnaa booda garuu daqiiqaa 16 keessatti gooliiwwan sadii keessummeessuun osoo hin milkaa’in hafaniiru.