Haaduu lapheetti baatee, akkamumatti jiraate?
AMN PLUS- Hagayya 9/ 2017 Dubbichi akkasi. Lammiin Taanzaaniyaa, ga’eessa waggaa 44 ta’e tokko torban tokko dura gara Hospitaala Muhimbiilii jedhamuu deema. Lapheen isaa gara mirgaa dhangala’aa qabaachuun isaa yaaddoo…