Feestivaalli Teemiraa Idil-addunyaa Affaar, Samaraatti gaggeeffamaa jira
AMN PLUS - Hagayya 20/2017 Feestivaalli teemiraa Idil-addunyaa inni jalqabaa naannoo Affaar, magaalaa Samaraatti gaggeeffamuu eegale. Feestivaalli kun har'aa eegalee guyyoota sadiif kan itti fufu yoo ta'u, pireezidaantii Naannoo Affaar…