Malaammaltummaa ittisuudhaan Birrii Biiliyoona1.4 qisaasama irraa hambisuun akka danda’ame ibsame

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa BulchiinsaMagaalaa Finfinnee bara baajataa darbe keessa malaammaltummaa magaalattii keessatti mudate ittisuudhaan BirriiBiiliyoona Tokkoo fi Miiliyoona 400 malaammaltummaa irraa akka hambise…

Continue ReadingMalaammaltummaa ittisuudhaan Birrii Biiliyoona1.4 qisaasama irraa hambisuun akka danda’ame ibsame

Finfinneen dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaarratti warqii injifatte

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Magaalaan Finfinnee dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaa gosa isaatiin isa jalqabaa ta’e irratti warqee injifachuun ishee beekameera. "Bloomberg Philanthropies” magaalota seera bulchiinsa saffisaa baasan akkasumas hojiirra…

Continue ReadingFinfinneen dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaarratti warqii injifatte

Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira – Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 21/2017 ‎Xiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru. ‎Qophii Roga Dubbii…

Continue ReadingXiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira – Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)

Hidhi Haaromsa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an agarsiisa- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo.

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Hidhi Haaromsa Guddichi Ityoophiyaa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an kan agarsiisuu ta’uu dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo himan. Ibsa torbanii…

Continue ReadingHidhi Haaromsa Afrikaanotni qabeenya ofii ofumaan misoomsuu akka danda’an agarsiisa- Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo.

Humnootni hidhatan filannoo nagaa simachuun hawaasa isaaniitti akka makaman mootummaan xiyyeeffannoon hojjachaa akka jiru Tajaajilli Komunikeeshinii Federaalaa beeksise

AMN PLUS – Hagayya 22/2017 Mootummaan Daandii walakkaa ol imalee humnootni hidhatan filannoo nagaa akka simatan tattaaffii taasisu cimsee akka itti fufu De’eetaan Ministira Tajaajila Komunikeeshinii Federaalaa Obbo Tasfaahun Gobazaay…

Continue ReadingHumnootni hidhatan filannoo nagaa simachuun hawaasa isaaniitti akka makaman mootummaan xiyyeeffannoon hojjachaa akka jiru Tajaajilli Komunikeeshinii Federaalaa beeksise

Dubartoonni Gamtaa Afrikaa ijaarsa nageeyaa irratti xiyyeeffannaan hojjechuuf -Mahaammad Alii Yuusuf

‎AMN PLUS - Hagayya 22/2017 ‎Dubartoonni Gamtaa Afiriikaa ijaarsa tasgabbiifi nageenyaa ardiichaaf gahee isaan qaban cimsuuf caalmaatti gara kuteenyaan akka hojjetanKomishinarri Gamtichaa Mohaammad Alii Yuusuf ibsan‎ ‎Dura taa'aan Komishinii Gamtaa…

Continue ReadingDubartoonni Gamtaa Afrikaa ijaarsa nageeyaa irratti xiyyeeffannaan hojjechuuf -Mahaammad Alii Yuusuf

Kuusaan Galmeewwan dinqisiisoo hundeeffama waggaa 70ffaa kabajachaa jira

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Kuusaan Galmeewwan dinqisiisoo hundeeffama waggaa 70ffaa isaa kabajachaa jira. Dhaabbanni kuusaa galmeewwan Rikoordii Addunyaa galmeewwan haaraa waggoota 70 darban keessatti hin galmoofne 70 guyyaa tokkotti…

Continue ReadingKuusaan Galmeewwan dinqisiisoo hundeeffama waggaa 70ffaa kabajachaa jira

Warshaa Xaa’oo doolaara biiliyoona 2.5’n ijaaramuuf waliigalteen gahee mallattaa’e

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Warshaa Xaa'oo doolaara Biiliyoona 2.5'n ijaaramuuf waliigalteen qooddannaa gahee Invastimant Holdiingii Itoophiyaa fi Dhaabbata Xaa'oo Daangootee gidduutti mallatteeffame. Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) guyyaa…

Continue ReadingWarshaa Xaa’oo doolaara biiliyoona 2.5’n ijaaramuuf waliigalteen gahee mallattaa’e

Buufanni Xiyyaaraa Yaa’aballoo Hagayya 25 eebbifamuun tajaajila eegala

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Buufanni Xiyyaaraa Yaa'aballoo Hagayya 25/2017 eebbifamuun tajaajila eegala. Buufanni Xayyaaraa Yaaballoo wayita eebbifamu torbanitti balallii guyyaa 3 akka kennu odeeffannoon Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa nuuf erge…

Continue ReadingBuufanni Xiyyaaraa Yaa’aballoo Hagayya 25 eebbifamuun tajaajila eegala