Nageenya waaraa fiduuf qindoominni cimuu qaba- Liidiyaa Girmaa

‎AMN PLUS- Hagayya 24/2017 ‎Magaalaa Finfinneetti nageenya waaraa fiduuf qindoomina cimsuun akka barbaachisu Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa ibsaniiru. ‎Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii…

Continue ReadingNageenya waaraa fiduuf qindoominni cimuu qaba- Liidiyaa Girmaa

Adeemsi hojii waliigalaa misooma koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kenna – Dooktar Abiy Ahimad

AMN PLUS - Hagayya 24/ 2017 Adeemsi hojii waliigalaa misooma Koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kan kennuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Dooktar Abiyyi gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…

Continue ReadingAdeemsi hojii waliigalaa misooma koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kenna – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinneetti daldaltoota bittaa seeraan alaa raawwatan irratti hordoffiin cimaan taasifamaa jira

AMN PLUS - Hagayya 24/2017 Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti konkolaattoota fe’uumsaa meeshaalee garaagaraa fe’anii bahaniifi galan nagahee seera qabeessa qabachuu isaaniirratti hordoffiin cimaan taasifamaa jira jedhe Biiroon Galii Magaalichaa. Biirichi Abbaa…

Continue ReadingFinfinneetti daldaltoota bittaa seeraan alaa raawwatan irratti hordoffiin cimaan taasifamaa jira

Pireezidaanti Taayyeen Ekspoo torbee daldalaa ‘Kan Itoophiyaa Bitaa” jedhuu banan

AMN PLUS- Hagayya 24, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ekspoo torbee daldalaa “ Kan Itoophiyaa Bitaa“ jedhuu bananiiru. Torban Daldalaa mata duree “ Kan Itiyoophiyaa Bitaa “ jedhuun baname Ministeera…

Continue ReadingPireezidaanti Taayyeen Ekspoo torbee daldalaa ‘Kan Itoophiyaa Bitaa” jedhuu banan

Itoophiyaan Humna Elektirikaan Afrikaa Bahaa walitti hidhuuf hojjetaa jirti

AMN PLUS- Hagayya 24/2017 Itoophiyaan qabeenya kuufamaa anniisaa haaroomfaaman qabdu misoomsuun Baha Afrikaa Humna elektirikiin walitti hidhuuf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaan. Itoophiyaan…

Continue ReadingItoophiyaan Humna Elektirikaan Afrikaa Bahaa walitti hidhuuf hojjetaa jirti

Pirezidaant Tiraamp deggersa alaa doolaara biliyoona 4.9 haqan

‎AMN PLUS- Hagayya 24/2017 ‎Pirezidaantiin Ameriikaa Doonaald Tiraamp eeyyama Koongrasii malee deggersa alaa Doolaara Biliyoona 4.9 dhaabuuf murteessan. Qabeenya biyyattii irratti murteessuuf mirga kan qabu Koongirasiin biyyattii, Traamp waliin morkii…

Continue ReadingPirezidaant Tiraamp deggersa alaa doolaara biliyoona 4.9 haqan

Giddugalli leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira

AMN PLUS- Hagayya 24, 2017 Koontiijantiin Giddugala leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture yeroo 10ffaaf eebbisiisaa jira. Eebbifamtoonni kunneen leenjii waraanaa ga'umsa qabu sirnaan fudhachuun kan xumuraniidha. Qondaaltoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa…

Continue ReadingGiddugalli leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira

Miidhagduu Tuurizimii Oromiyaa filachuun maal kaayyeffate? Torbee Turizimii Oromiyaahoo?

‎AMN PLUS - Hagayya 23/2017 ‎Torbee Turizimii Oromiyaa bara kanaa yeroo 5ffaaf kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksise. Qaama kabaja kanaa kan ta'e dubree ambaasaaddara turizimii Oromiyaa taatu…

Continue ReadingMiidhagduu Tuurizimii Oromiyaa filachuun maal kaayyeffate? Torbee Turizimii Oromiyaahoo?

Hidhi Haaromsaa bu’aaf kan gahe Hooggansa bilchina qabu Ministeera Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennaniin jedhani

‎AMN PLUS - Hagayya 23/2017 ‎Geggeessummaa bilchaataa Ministeerri Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennameen hidhi haaromsaa guddichi bu'aaf gahuu dandeessisuu isaa Hoji raawwachiisaan waajjira qindeessaa pirojektii hidha haaromsaa Aragaawwii Barihee (Dr)…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa bu’aaf kan gahe Hooggansa bilchina qabu Ministeera Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennaniin jedhani