MM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Hagayya 26/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ji’oottan Adoolessaa fi Hagayya 2017’tti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan dhugoomsuuf, tarsiimoo ijoo, raawwii pirojektii biyyoolessaa gurguddoo fi waliigalteewwan ijaarsa pirojektiiwwan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

Torbee kun maaliif leenjistoota Maanchistar duraaniitti garaa jabaate?

AMN PLUS - Hagayya 26/2017 Kilabni guddichi Ingilaandi Maanchistar Yuunaayitid erga bara leenjiisaan kilabichaa duranii Siir Aleeksi Chaapmaan Ferguseen gadi lakkisanii as simboon irraa kaheera. Kilabichi har'as taanaan cimina bara…

Continue ReadingTorbee kun maaliif leenjistoota Maanchistar duraaniitti garaa jabaate?

Qorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Nyaati ciree ganamaa fayyummaa lafeetiif murteessaa ta'uu qorattoonni beeksisuun gabaafame. ‎Namni caba lafeen miidhamee ture Folkis jedhamu dhimma kana irratti kibxata darbe qorattootaaf yaada kenneen…

Continue ReadingQorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

Qorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Nyaati ciree ganamaa fayyummaa lafeetiif murteessaa ta'uu qorattoonni beeksisuun gabaafame. ‎Namni caba lafeen miidhamee ture Folkis jedhamu dhimma kana irratti kibxata darbe qorattootaaf yaada kenneen…

Continue ReadingQorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

Hawaasni Musliimaa namoota rakkatan gargaaruun akkasumas nagaa labsuun Ayyaana Mooliidaa akka kanaju waamichi dhihaate

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Hawaasni Musliimaa namoota rakkatan gargaaruun akkasumas nagaa labsuun Ayyaana Mooliidaa kabajuu akka qabu ibsame. ‎Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, ayyaana yaadannoo dhaloota Nabiyyuu Mohaammad…

Continue ReadingHawaasni Musliimaa namoota rakkatan gargaaruun akkasumas nagaa labsuun Ayyaana Mooliidaa akka kanaju waamichi dhihaate

‎Afgaanistaanitti kirkira lafaatiin namootni 800 ol ta’an lubbuu isaanii dhaban

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Naannoo baha Afgaanistaanitti kirkirri lafaa rektar iskeelii 6 ta'een mudachuu hordofee lakkoofsi namoota du'anii 800 caalee jira. ‎Namoota balaa kanaan lubbuu isaanii dhabaniin ala lakkoofsi…

Continue Reading‎Afgaanistaanitti kirkira lafaatiin namootni 800 ol ta’an lubbuu isaanii dhaban

Nagaa eeguu fi kunuunsuun itti gaafatamummaa lammii hundaati- Kantiibaa Adaanach Abeebee

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Nagaa eeguu fi kununsuun itti gaafatamummaa lammii hundaa ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsaniiru. ‎Miseensonni raayyaa nageenyaa barnoota daree fi leenjii dirree fudhataa…

Continue ReadingNagaa eeguu fi kunuunsuun itti gaafatamummaa lammii hundaati- Kantiibaa Adaanach Abeebee