Hawaasni Musliimaa namoota rakkatan gargaaruun akkasumas nagaa labsuun Ayyaana Mooliidaa akka kanaju waamichi dhihaate
AMN PLUS - Hagayya 26/2017 Hawaasni Musliimaa namoota rakkatan gargaaruun akkasumas nagaa labsuun Ayyaana Mooliidaa kabajuu akka qabu ibsame. Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, ayyaana yaadannoo dhaloota Nabiyyuu Mohaammad…