Teeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Guddinni fi ammayyummaan addunyaa uumama dhiibuun ijaarsa nam-tolcheetiin bakka buufamaa jira. ‎Faallaa kanaatiin garuu, biyyi xiqqoon odola taate Singaapoor uumama teeknooloojii wajjiin, qulqullina ammayyummaan wal-simsiisuun kan…

Continue ReadingTeeknooloojii fi uumama wal sime- Singaapor

Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatame

‎AMN PLUS - Hagayya 29/2017 ‎Tapha Gulaallii Shaampiyoons Liigii Afrikaa zoonii 'CECAFA' irratti tapha isaa jalqabaa kan taasise gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatamuun dorgommii isaa eegaleera. ‎Gareen…

Continue ReadingGareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatame

Raashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti akka bobbaafaman hin eyyemu jette

‎AMN LUS- Hagayya 29/2017 ‎Raashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti kan bobbaafaman taanaan akka hin simanne beeksiftee jirti. ‎Dubbi himtuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Maariyaa Zaakihaaroovaa, hawaasni idil-addunyaa humnootni nageenyaa…

Continue ReadingRaashiyaan loltootni biyyoota biroo Yuukireen keessatti akka bobbaafaman hin eyyemu jette

Daldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Dorgomtummaa daldala idil-addunyaa Itoophiyaa cimsuuf hirmaatonni damee daldala E-Komersii gahee olaanaa akka qaban Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa Naannoo Kaasaahun Gofee (Dr.) ibsaniiru. ‎ Torbeen Eksipoo…

Continue ReadingDaldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

Magaalaan Sandaafaa Bakkee ambaasaaddara nageenyaafi fakkeenya misoomaati- Obbo Awwaluu Abdii

‎AMN PLUS - Hagayya 29/2017 ‎Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa waaressaa, misooma ariifataa fayyadamummaa uummatichaa mirkaneessan baay'inaafi qulqullinaan hojjechuun tajaajilaaf banaa taasisaa akka jiru Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…

Continue ReadingMagaalaan Sandaafaa Bakkee ambaasaaddara nageenyaafi fakkeenya misoomaati- Obbo Awwaluu Abdii

Sagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gargaara- Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Sagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gumaacha olaanaa akka qabu Ministirri Bishaanii fi Inarjii Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.) ibsaniiru. ‎Sagantaan…

Continue ReadingSagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gargaara- Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Ayyaana Bara Haaraaf dhiyeessii oomishaa gahaatu jira- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

‎AMN PLUS - Hagayya 29/2017 ‎Ayyaana Bara Haaraa 2018'f dhiyeessii oomishaa gahaa ta’e akka jiru Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. ‎Hoggantuun Biiroo Magaalaa Daldalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj, ibsa kennaniin…

Continue ReadingAyyaana Bara Haaraaf dhiyeessii oomishaa gahaatu jira- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

Ayyaanni Moolidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira.

AMN PLUS- Hagayya 29/2017 Ayyaanni Moolidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Guddicha Anuwaaritti haala ho’aan kabajamaa jira. Ayyaanni kuni yeroo Hidhi Haaroomsaa Guddichaa Itoophiyaa Eebbaaf qophaa'uun jala bultiirratti argamnutti…

Continue ReadingAyyaanni Moolidaa waggaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira.