Akka Damaraatti waltumsinee ida’amuun imala badhaadhina waloon ha milkeessinu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Fulbaana 16/2018 Badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuuf ifaajii Masqala argachuuf taasifame akka fakkeenyaatti fudhachuun, akka Damaraatti waltumsinee hojjechuu barbaachisa jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kantiibaa Adaanech…

Continue ReadingAkka Damaraatti waltumsinee ida’amuun imala badhaadhina waloon ha milkeessinu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ayyaanni Damaraa/Ibsaa Masqalaa, magaalaa Finfinnee Addababa’ii Masqalaatti kabajamaa jira

AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 Ayyaanni Damaraa magaalaa Finfinneetti Paatriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Eebbifamoo Abuna Maatiyaas argamanitti kabajamaa jira. Abuna Maatiyaas Ayyaanicha kadhannaadhaan ifatti bananiiru. Sirna kana irratti Abuna…

Continue ReadingAyyaanni Damaraa/Ibsaa Masqalaa, magaalaa Finfinnee Addababa’ii Masqalaatti kabajamaa jira

Ayyaanonni Uummataafi amantaa calaqqee heddummina Itoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS - Fulbaana 16/2018 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ayyaanonni Uummataafi amantaa calaqqee heddummina Itoophiyaa ta'uu beeksise. Ayyaanni Daamaraa/Ibsaa Masqalaa hambaalee kiliyyaa Itiyoophiyaan sadarkaa idil-addunyaatti galmeessiste keessaa tokko ta’uu tajaajilichi ibseera.…

Continue ReadingAyyaanonni Uummataafi amantaa calaqqee heddummina Itoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

“Eenyuyyuu biyyaan ol miti” Komaandar Atileet Silashii Sihin

AMN PLUS - Fulbaana 16/2018 Atileetotaa fi leenjistoota muraasa irratti miirri biyyaalessummaa akka gadi bu'e arginee jirra jedhan Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komaandar Atileet Silashii Sihin. Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa…

Continue Reading“Eenyuyyuu biyyaan ol miti” Komaandar Atileet Silashii Sihin

Misoomni Niwukiraa Akkamiin ‎Wal’aansa Fayyaa Itoophiyaa Jijjiira?

‎AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 ‎Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) bu'uura misoomaa niwukilaraa ijaaruuf waliigaltee dandeessisu Raashiyaa wajjin mallatteeffamuu ilaalchisee, Wiirtuun Saayinsii Niwukilaraafi Teekinooloojii akka ijaaramu beeksisaniiru. ‎Madda anniisaaf kan…

Continue ReadingMisoomni Niwukiraa Akkamiin ‎Wal’aansa Fayyaa Itoophiyaa Jijjiira?

Kantiibaa Adaanech Abeebeen mannee jireenyaa 253 dabarsan

AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti manneen jireenyaa 253 namoota oolmaa guddaa biyyaaf oolan, lammiilee rakkoo hawaasummaa cimaaf saaxilamaniifi deeggarsa warreen hin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen mannee jireenyaa 253 dabarsan

Gaaffiin Ulaa Galaanaa amma yeroo isaati, addunyaan itti amaneera- Xiinxalaa Siyaasaa Ayyaanaa Fayisaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaan kaaste yeroo sirriifi uummatni addunyaa itti amanaa dhufe ta'uu Xiinxalaan siyaasaa fi Rogeessaan Miidiyaa Ayyaanaa Fayisaa hime. Ayyaanaan tibbana turtii AMN PLUS…

Continue ReadingGaaffiin Ulaa Galaanaa amma yeroo isaati, addunyaan itti amaneera- Xiinxalaa Siyaasaa Ayyaanaa Fayisaa

Karoorri Niwukilaraa Itoophiyaa amansiisaa, qulqulluufi misooma waaraa anniisaaf deebii kenna – Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 ‎Itoophiyaan teekinooloojii niwukilaraan michummaa Raashiyaa waliin qabdu cimsuun Afrikaaf fakkeenya ta'uuf qophii akka taate Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. Dooktar ‎Abiyyi Ahimad Foramii Torbee…

Continue ReadingKaroorri Niwukilaraa Itoophiyaa amansiisaa, qulqulluufi misooma waaraa anniisaaf deebii kenna – Abiyyi Ahimad (Dr.)