Irreechi obbolummaafi tokkummaa biyyaaleessaa mirkaneessa- Aadde Alamtsahaayi Shifarraa

AMN Plus – Fulbaana 22/2018 Irreechiobbolummaafi tokkummaa biyyaaleessaa kan mirkaneessu guddina hawaasa diinagdee biyyaaf gumaachaa guddaa qaba jedhan Itti Aantuu I/G Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinneefi Itti Gaafatamtuun Damee…

Continue ReadingIrreechi obbolummaafi tokkummaa biyyaaleessaa mirkaneessa- Aadde Alamtsahaayi Shifarraa

Kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman

AMN Plus- Fulbaana 22/2018 Poolisiin Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomse. Haaluma kanaan boru waaree booda sa’aatii 6:00 irraa eegalee ayyaannichi kabajamee…

Continue ReadingKabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman

MM Abiyyi Ahimad Warshaa Boba’aa Qulqulleessuufi Warshaa Xaa’oof dhagaa bu’uuraa kaa’an

AMN Plus- Fulbaana 22/2018 Har’a taatee seenaa Itoophiyaanota hunda boonsu raawwanneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dooktar Abiyyi Ahimad ijaarsa warshaa xaa’oo Yuuriyaa fi warshaa boba’aa calaluuf dhagaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Warshaa Boba’aa Qulqulleessuufi Warshaa Xaa’oof dhagaa bu’uuraa kaa’an

Miirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad

‎AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 ‎Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa waliin ta'uun, qophiifi raawwii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti galmaa'e ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii taasisaa jira. ‎Saganticha…

Continue ReadingMiirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad

Geediyoon Ximootiiwos (Dr.) Ministira Dhimma alaa Noorweey fi Deetaa Ministira Dhimma Alaa Deenmaark waliin mari’atan

‎AMM PLUS-Fulbaana 22/2018 ‎Ministirri Dhimma Alaa Mootummaa FDRI Geediyoon Ximootiiwos (Dr.) Ministira Dhimma Alaa Nooriweey Ispeen Baarz Oyed fi Deetaa Ministira Dhimma Alaa Deenmaark Loot Mashaan waliin marii taasisuun isaanii…

Continue ReadingGeediyoon Ximootiiwos (Dr.) Ministira Dhimma alaa Noorweey fi Deetaa Ministira Dhimma Alaa Deenmaark waliin mari’atan

Feestivaalli Irreechaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti bifa miidhagaan geggeeffamaa jira

AMN Plus – Fulbaana 22/2018 Irreechi Ayyaana Waloomaafi Tokkummaa Saboota, sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa jabeessaa jiruudha jedhan Mana Maree Magaalaa Finfinneetti Itti Waamamaan Mootummaa Obbo Maashoo Olaanaa. ‎Feestivaalli Irreechaa Kutaa Magaalaa…

Continue ReadingFeestivaalli Irreechaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti bifa miidhagaan geggeeffamaa jira

‎Irreechi baranaa malkaawwan 256 irratti ni irreeffatama- Aadde Jamiilaa Simbiruu

‎AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 ‎Irreecha bara 2018 karaa duudhaa, Safuu, olka’insa biyyaafi Haaromsa Aadaa milkeessuun kabajuuf hojiileen gurguddoon hojjetamuu Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Simbiruu ibsan. ‎Ayyaana…

Continue Reading‎Irreechi baranaa malkaawwan 256 irratti ni irreeffatama- Aadde Jamiilaa Simbiruu

Hojiin misooma Magaalaa Finfinnee giddu galeessummaa dippiloomaasii mirkaneessa- Komishinara Dinagdee Afrikaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti misooma koriidarii dabalatee hojiileen misoomaa hojjetamaa jiran dorgomummaa magaalatti guddisuun giddugaleessuummaa doppiiloomaasii mirkaneessaa akka jiru Gamtaa Afrikaatti Komishinarri Dinagdee Afrikaafi Itoophiyaaatti Ambaasaaddarri Chiilii Roodirigoo…

Continue ReadingHojiin misooma Magaalaa Finfinnee giddu galeessummaa dippiloomaasii mirkaneessa- Komishinara Dinagdee Afrikaa

Bakki Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu duulaan qulqulleeffame

‎AMN Plus- Fulbaana 22/2018 ‎Magaalaa Finfinnee Doloolloo Biddeenaatti bakki Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu Paarkiin Hora Finfinnee duulaan qulqulleeffameera. ‎Duula qulqullinaa kana irratti hoggantootniifi hojjattootni magaalaa Finfinneefi Kutaa Magaalaa Qiirqoos,…

Continue ReadingBakki Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu duulaan qulqulleeffame

‎Itoophiyaan hojii misooma magaalaan Afrikaaf fakkeenya taateetti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Fulbaana 22 /2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) wayita Naannoo Somaalee Jigjigaatti hojiiwwan misoomaa daawwatanitti, Itoophiyaan hojii misooma ashaaraa magariisaan hojjatteen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irraa beekamtii akka…

Continue Reading‎Itoophiyaan hojii misooma magaalaan Afrikaaf fakkeenya taateetti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)