‎Bakki Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu duulaan qulqulleeffame

‎AMN Plus- Fulbaana 22/2018 ‎Magaalaa Finfinnee Doloolloo Biddeenaatti bakki Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu Paarkiin Hora Finfinnee duulaan qulqulleeffameera. ‎Duula qulqullinaa kana irratti hoggantootniifi hojjattootni magaalaa Finfinneefi Kutaa Magaalaa Qiirqoos,…

Continue Reading‎Bakki Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu duulaan qulqulleeffame

Naannoon Somaalee damee turizimiin carraa dabalataa fidaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN Plus- Fulbaana 21/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa garagaraa daawwataniiru. Magaalaan Jigjigaa har'a daawwanne kan Baatii Amajjii darbe daawwanneerraa waa hedduun jijjiiramteetti…

Continue ReadingNaannoon Somaalee damee turizimiin carraa dabalataa fidaa jira- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Karra eegaan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Saadaat Jamaal lubbuun boqote

AMN Plus - Fulbaana 21/2018 Karra eegaan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraaniifi Leenjisaa Karra Eegdota Garee Biyyaalessaa Dubartoota Itoophiyaa kan ture Saadaat Jamaal lubbuun boqochuun dhagahame. Saadaat dhibee irra tureen biyya…

Continue ReadingKarra eegaan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Saadaat Jamaal lubbuun boqote

Ayyaana Irreechaaf hanqinni geejjibaa akka hin uumamne qophiin taasifameera- Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Kabaja Ayyaana Irreechaa irratti hanqinni geejjibaa akka hin uumamne qophiin barbaachisaa ta'e taasifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii beeksiseera. ‎Gorsaan Deetaa Ministiraa Geejjibaafi Loojistiksii Obbo Asaffaa HaaddiisFulbaana 24…

Continue ReadingAyyaana Irreechaaf hanqinni geejjibaa akka hin uumamne qophiin taasifameera- Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii

Ayyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifame

AMN Plus- Fulbaana 21/2018 Dhaabbileen Nageenyaafi Tasgabbii Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee milkaa’inaan akka kabajamaniif qophiin xumurameera jedhan. Raayyaan Ittisa Biyyaa, Poolisiin Federaalaa, Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Poolisiin Magaalaa…

Continue ReadingAyyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifame

Kalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa

‎AMN PLUS-Fulbaana 21/2018 ‎Kalaqni Industirii aadaa ibsituu Irreechaa ta'uusaa Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaatti Daarektarri Misooma Industirii Ogummaa Harkaa Obbo Abarraa Taaddasaa himan. ‎Obbo Abarraan turtii AMN Diijitaal waliin turtii…

Continue ReadingKalaqni Industirii aadaafi sona ibsituu Irreechaati- Obbo Abarraa Taaddasaa

‎Nageenyi argame hojiilee misoomaaf haala mijeesse- Abbootii Gadaafi Jaarsolii Biyyaa Godina Gujii Lixaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Nageenyi naannoo Oromiyaa godina Gujii Lixaatti argame hojiilee misoomaa cimanii akka itti fufaniif haala mijeessuu isaa abbootiin Gadaa fi jaarsoliin biyyaa ibsan. ‎Abbootiin Gadaa fi Jaarsoliin…

Continue Reading‎Nageenyi argame hojiilee misoomaaf haala mijeesse- Abbootii Gadaafi Jaarsolii Biyyaa Godina Gujii Lixaa

Torbeen Turizimii Oromiyaa biyyaaf qabeenya ta’uu kan agarsiise ta’uu ibsame

‎AMN PLUS- Fulbaana 21/2018 ‎Torbee Turizimii Oromiyaa har'a guyyaa 2ffaa isaa qabateen daawwattootii biyya keessaa fi galaana gamaa bal'inaan irratti hirmaachaa jiru. ‎AMN waliin turtii kan taasisuun hirmaattotni torban turizimii…

Continue ReadingTorbeen Turizimii Oromiyaa biyyaaf qabeenya ta’uu kan agarsiise ta’uu ibsame

MM Abiyyi Ahimad (PhD) hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuuf Jigjigaa dhaqan

AMN Plus - Fulbaana 21/2018 Ministirri muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon hojiiwwan misoomaa Naannoo Somaalee daawwachuuf Magaalaa Jigjigaa seenaniiru. Daawwannaa kana irratti hirmaachuuf Ministirri Muummee…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuuf Jigjigaa dhaqan