Feestivaalli Nyaata Aadaa Sabaafi Sablammoota Itoophiyaa baname

AMN PLUS- Onkoloolessa 1/2018 Ministirri Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil Feestivaala Nyaata Aadaa Sabaafi Sablammoota Itoophiyaa banan. Feestivaalichi gosoota nyaata garaa garaa sabaafi sablammootni akkasumas Uummattootni Itoophiyaa sooratan beeksisuuf qophaa’uun…

Continue ReadingFeestivaalli Nyaata Aadaa Sabaafi Sablammoota Itoophiyaa baname

Kubbaaniyyaan Siinotiraakii konkolaattota rakkoo teekiniikaa qabaniif istaandaardii guutuu eegale.

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 01/2018 ‎Kubbaaniyyaan Siinotiraakii rakkoo teekiniikaa qabaniif istaandaardii isaanii guutuuf sirreessuu jalqabuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise. ‎Deetaan Ministeera Geejjibaa fi Loojistiiksii Obbo Baara'oo Hasan gareen teekiniikaa…

Continue ReadingKubbaaniyyaan Siinotiraakii konkolaattota rakkoo teekiniikaa qabaniif istaandaardii guutuu eegale.

Cabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba- Obbo Xilaahun Fiqaaduu

AMN Plus – Onkoloolessa 01/2018 Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee Yaad-Rimee kitaabaa Mootummaa Ida'amuu irratti Hayyoota, hooggantoota damee barnootaafi barsiisota magaalichaa waliin marii paanaalii gaggeessaa jira. Mariii kana kan saaqan gorsaan…

Continue ReadingCabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba- Obbo Xilaahun Fiqaaduu

Atileet Masarat Daffaar Amerikaatti badhaasa ”Africa Impact Award” badhaafamuufi

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Itti aantuun Pirezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Atileet Masarat Daffaar Dilbata dhufu kan gaggeeffamu badhaasa ''Africa Impact Award'' irratti hirmaachuuf Ameriikaa dhaqxeetti. ‎Saganticha irratti Pirezidaantiin Federeeshinii Atiletiksii…

Continue ReadingAtileet Masarat Daffaar Amerikaatti badhaasa ”Africa Impact Award” badhaafamuufi

‎Feestivaalli nyaata aadaa Itoophiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffama

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 01/2018 ‎Feestiivaalli nyaata aadaalee Itoophiyaa jalqabaa har'a magaalaa Shaggaritti gaggeeffama. ‎Festiivaalicha Inistiitiyuutii Leenjii Turizimii, Kurriftuu Afiriikaa Viileejii, Bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Ministeera Hojii fi Ogummaa waliin…

Continue Reading‎Feestivaalli nyaata aadaa Itoophiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffama

Daballii mindaa haaraa kaffaluuf qophii xumureera- Biiroo Maallaqaa Finfinnee

AMN PLUS- Fulbaana 30/2018 Biiroon Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee daballii miindaa hojjettoota mootummaa baatii Fulbaanaarraa kaasee hojiirra oolu kaffaluuf qophii xumuruu beeksise. Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Maallaqaa Finfinnee…

Continue ReadingDaballii mindaa haaraa kaffaluuf qophii xumureera- Biiroo Maallaqaa Finfinnee