“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

‎AMN Plus- Onkoloolessa 25/ 2018 ‎Muuxannoolee biyyoota addaddaa walitti fiduun Oromiyaa Kaartaa Turizimii Addunyaarratti mul'isuuf sochii eegalametti kan makaman barii jijjiiramaati. Finfinneetti dhalatanii guddatan, achiis waggoota 20 oliif dhaabbilee idil…

Continue Reading“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

Buufatni Xiyyaaraa Bishooftuutti ijaaramu Itoopiyaa Wiirtuu Invastimantii Guddaa Afriikaa taasisa jedhame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 ‎Itoophiyaan buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuutti ijaartuun wiirtuu diinagdeefi daldalaa jabduu Afriikaa akka taatuuf gahee olaanaa akka qabu ibsameera. ‎Yaa'ii Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa, Faransaayitti…

Continue ReadingBuufatni Xiyyaaraa Bishooftuutti ijaaramu Itoopiyaa Wiirtuu Invastimantii Guddaa Afriikaa taasisa jedhame

Itoophiyaan naannawaa invastimantii mijataa uumuuf kutannoo qabaachuun ibsame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 ‎Itoophiyaan naannawaa invastimantii mijataa uumuuf damee invastimantirratti riifoormii taasisuuf kutannoo qabdu Komishinarri komishinii Invastimantii Itoophiyaa Zallaqaa Tamasgeen (PhD) ibsan. ‎Komishinar Zallaqaan yaa'ii Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaa…

Continue ReadingItoophiyaan naannawaa invastimantii mijataa uumuuf kutannoo qabaachuun ibsame

Mana Fincaanii xixiqqaa ijaaruurraa hanga Pirojektii Birrii Biliyoona 20tti- Injinar Abdii Fiqaaduu

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 25/ 2018 Duraan hojjetaa mootummaa ture, boodarra hojii dhuunfaa damee ijaarsaa eegale. Injinar Abdii Fiqaadu. Yeroo hojii dhuunfaa eegalu Pirojektii xixiqqaa manneen fincaanii baadiyyaa ijaaruun eegale. Har'a…

Continue ReadingMana Fincaanii xixiqqaa ijaaruurraa hanga Pirojektii Birrii Biliyoona 20tti- Injinar Abdii Fiqaaduu

TPLF yoo waraanni eegalu holqatti baqata, kan miidhamu uummata – Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

AMN Plus- Onkololeessa 25, 2018 TPLF qocholaafi yakkoota waraanatti seenuuf dirqisiisoo ta’an raawwachaa jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waaranaa FDRI Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaan. Guyyaan Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa…

Continue ReadingTPLF yoo waraanni eegalu holqatti baqata, kan miidhamu uummata – Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 25/2018 ‎Chaayinaan konkolaataa balali'u isa jalqabaa ta'e warshaa kibba biyyattiitti argamutti oomishuu akka eegalte beeksisteetti. ‎Konkolaataan balali'u kun addunyaa irratti isa jalqabaa yoo ta'u "Konkolaataa Dhaloota Dhufuu"…

Continue Reading‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte

Wixinee Awurooppaa waraana dhaabu tokkollee hin argine- Zeleniskii

‎AMN Plus- Onkoloolessa 25/2018 ‎Pirezidaantiin Yuukireen Vilodmiir Zeleniskiin wixinee Awurooppaa waraana dhaabu tokkollee hin argine jechuun Raashiyaa dhaabsisuuf sochiin taasifamaa jiru gahaa akka hin taane akeekaniiru. ‎ Pirezidaantii Ameerikaa Tiraampis…

Continue ReadingWixinee Awurooppaa waraana dhaabu tokkollee hin argine- Zeleniskii