Raashiyaan Waraanni Yuukireen dafee akka xumuramu fedhiishee ta’uu himte

AMN PLUS- Sadaasa 1/2018 Raashiyaan waraanni Yuukireen dafee akka xumuramu fedhii qabaachuu beeksisteetti. Mooskoon fedhiiwwan ijoon guutamnaaniif, waraanichi akka xumuramu fedhii qabaachuu Dubbi Himaan Kireemiliin Dimitrii Peeskov himaniiru. Kanarraan kan…

Continue ReadingRaashiyaan Waraanni Yuukireen dafee akka xumuramu fedhiishee ta’uu himte

Nama ijni isaaf baname carraa hunda hojiitti jijjiira, Tajaajila Gaarii ammayyaa Biskileetiidhaan

‎AMN PLUS - Sadaasa 01/2018 Geejjibni Gaarii, fardaan akka geggeeffamu biyya keenyatti amaleeffatamaadha. Kan Biskileetii ammoo biyyootni Eeshiyaa bal'inaan dhimma itti ba'u. Tibbana dargaggoo Naahoom Derrese daandiiwwan Biskileetii Finfinneerratti tajaajila…

Continue ReadingNama ijni isaaf baname carraa hunda hojiitti jijjiira, Tajaajila Gaarii ammayyaa Biskileetiidhaan

Shakkamtoonni hojii sharafa seeraan alaa irratti bobba’an 112 to’annoo jala oolfaman

AMN PLUS- Sadaasa 1/2018 Shamtoonni lammiilee biyya keessaafi alaa, karaa seeraan alaan qindaa'aanii hojiilee sharafa maallaqa alaa irratti bobba'an 112 to'annoo jala oolfaman. Tajaajilli Odeeffannoofi Tikaa Biyyaalessaa AMN Dijitaaliif ibsa…

Continue ReadingShakkamtoonni hojii sharafa seeraan alaa irratti bobba’an 112 to’annoo jala oolfaman

Balaa lolaa ittisuu fi bulchuun faayidaa diinagdeef oolchuun ni danda’ama – Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa

AMN PLUS- Sadaasa 1/2018 Balaa lolaa sirnaan hogganuun gara carraatti jijjiiruun ni danda’ama jedhan Ministirri Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan. Ministeerichi qorannoo hojii Ittisa balaa lolaa dhiyaaterratti qooda…

Continue ReadingBalaa lolaa ittisuu fi bulchuun faayidaa diinagdeef oolchuun ni danda’ama – Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa

Jijjiiramni qilleensaa nama miiliyoonotaan buqqisaa jira- UN

‎AMN PLUS- Sadaasa 1/2018 ‎Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yaa'ii jijjiirama qilleensaa COP-30 Biraazilitti taa'amu eegaluun duraa jijjiirama qilleensaa namoota miliyoonaan lakka'amu buqqisaa jiruuf addunyaan fala akka kaa'u akeekkachiiseera. ‎Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti…

Continue ReadingJijjiiramni qilleensaa nama miiliyoonotaan buqqisaa jira- UN

Paarkii Biyyoolessaa Maagoo: Dawoo hoosistoota 81 fi Simbirroota gosa 237

AMN PLUS-Sadaasa 1/2018 Naannoo Kibba Itoophiyaatti kan argamu paarkii Biyyoolessaa Maagoo gandoota 20 oliin daangeffama. Paarkichi yeroo ammaa bal’ina Iskuweer Kiilomeetirii kuma 1 fi 942 akka qabu Itti gaafatamaan paarkichaa…

Continue ReadingPaarkii Biyyoolessaa Maagoo: Dawoo hoosistoota 81 fi Simbirroota gosa 237

Hojii Tola Ooltummaa baranaan namootni Kuma 10 ta’an carraa hojii akka argatan ibsame

AMN Plus- Sadaasa 1/2018 Komishiniin Hirmaannaa Hawaasaafi Qindeessaa Tola Ooltummaa Magaalaa Finfinnee sagantaa tola ooltummaa bu'uraalee misoomaa bara 2018 jalqabsiiseera. Sagantaan kun mataduree " Hirmaannaa hawaasaa hunda galeessa misooma itti…

Continue ReadingHojii Tola Ooltummaa baranaan namootni Kuma 10 ta’an carraa hojii akka argatan ibsame

Raayyaan Ittisa Biyyaa garee finxaalessaa irratti tarkaanfiin fudhatamuu beeksise

AMN PLUS-Sadaasa 1/2018 Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI Naannoo Amaaraa Godina Wallo Kaabaatti garee finxaalessaa Aanaa Laastaa keessa qubatee ture irratti tarkaanfii fudhateen miseensota garichaa dhabamsiisuu beeksiseera. Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajaan…

Continue ReadingRaayyaan Ittisa Biyyaa garee finxaalessaa irratti tarkaanfiin fudhatamuu beeksise